Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Amaaraa lammiilee kuma 3 fi 142 dhiifama taasise
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Naannoon Amaaraa Ayyaana Faasikaa fi soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa kuma 3 fi 141 dhiifama taasiseera.
Itti gaafatamaan Biiroo…
Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Ayyaana Faasikaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyanni du’aa ka’uu Jaalalli…
Wayita Ayyaana Faasikaa kabajnu tokkummaa keenya cimsuu fi nageenya waaraa Ityoophiyaa mirkaneessuuf…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Wayita Ayyaana Faasikaa kabajnu tokkummaa keenya cimsuu fi nageenya waaraa Ityoophiyaa mirkaneessuuf hojjechuu qabna jechuun Abbootii Amantaa yaadachiisaan.…
MM Abiy Ahimad ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Fuula miidiyaa…
Ummanni ayyaana Faasikaa wayita kabaju, aadaa fi duudhaa boonsaa qabuun walcina dhaabbachuu qaba-…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Ummanni keenyas, ayyaana Faasikaa wayita kabaju, aadaa fi duudhaa boonsaa qabuun walcina dhaabbachuu qaba jechuu Af yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa…
Aadde Adaanach Hospitaala dubartootaa fi daa’immanii Abbabach Goobanaatti argamuun haadholii…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Hospiitala dubartootaa fi daa’immanii Abbabach Goobanaatti argamuun haadholii da’aniif kennaa ayyaana…
Hedduun biyya isaanii tajaajiluu fi Ityoophiyaa guddatte dhugoomsuuf jecha aarsaa kaffalaniiru-MM…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hedduun biyya isaanii tajaajiluu fi Ityoophiyaa guddatte dhugoomsuuf jecha aarsaa kaffalaniiru jedhan.
Muummeen…
Mootummaan Ityoophiyaa Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawaay Kiibaakiin boqochuun gadda itti…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawaay Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqochuusaaniin gadda itti dhagaa’ame ibseera.…
Aadde Adaanach kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggootaa fi dubartoota 456’f sheediiwwan 91…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggootaa fi dubartoota 456 ta’aaniif carraa hojii uumuuf kan oolu…
Miseensonni Alshabaab 34 magaalaa Finfinnee fi iddoowwan garaagaraatti haleellaa raawwachuuf…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyoolessaa miseensota Alshabaab 34 magaalaa Finfinnee fi iddoowwan garaagaraatti haleellaa raawwachuuf qophiirra turan…