Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu hoggantoota dhaabbilee Ameerikaa garaagaraa waliin mari’ate
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu hoggantoota dhaabbilee Ameerikaa garaagaraa waliin mari’ateera.
Jilichi hoggantoota…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan Afxiraa Guddaan Daandiirraa Jimaata dhufu ni gaggeeffama
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sagantaan Afxiraa Guddaan Daandiirraa Jimaata dhufu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Magaalaa Finfinneetti jimaata dhufu sagantaan…
Balaa ibiddaa mana jireenyaa keessaa ka’een lubbuu namaarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Godina Walloo Kibbaa aanaa Kutaabarri ganda 05tti balaa ibiddaa mana jireenyaa keessatti ka’een lubbuun maanguddoo umrii 80 darbeera.
Daa’ima haadha…
Naannichatti bakkeewwan hongeen miidhaman deebisanii dhaabuuf Birrii miiliyoonni 338 ramadamuu…
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) –Naannoo Soomaaleetti bakkeewwan hongeen miidhaman deebisanii dhaabuuf Birrii miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 38 ramadamuu Ministeerri Jallisii fi…
Ramaddiin barattoota dhaabbilee barnootaa olaanootti ramadamanii ifoome
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa ramaddii barattoota dhaabbilee barnoota olaanootti ramadamanii ifoomseera.
Qormaata seensa Yuunvarsiitii bara 2013 fudhatanii…
Waltajjiin hariiroo “obbolummaa Oro-Somaalee nageenya waaraaf” jedhuun gaggeeffame…
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Waltajjiin hariiroo "obbolummaa Oro-Somaalee nageenya waaraaf" jedhuun Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti gaggeeffame milkiin xumurameera.…
Artiist Zannabuu Gassase boqatte
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Artiist Zannabuu Gassase addunyaa kanarraa du'aan boqatte.
Artiist Zannabuun dhibee ishee muudateen yaallamaa turuun guyyaa har'aa addunyaa kanarraa…
Jaalala qooduu fi hunda ija tokkoon ilaaluun haqummaan tajaajuu qabna – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Gamtaan mana Amantaa Kiristiyaanaa ayyaana Hiikaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajaniiru.
Jaalala qooduu fi hunda ija tokkoon ilaaluun…
Adaamaatti namoota humna hin qabne kuma 2 fi 900f deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota humna hin qabne kuma 2 fi 900f deeggarsi taasifameera.
Abbootii qabeenyaa magaalichaa…
Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka…
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Bulchiinsa Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Qulqulluu Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka qalleeyyii…