Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Malaammaltummaa ittisuuf ijaarsi naamusa dhalootaa cimee itti fufuu qaba
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC)- Malaammaltummaa fi hojmaata badaa ittisuuf ijaarsi naamusa dhalootaa cimee itti fufuu qaba jedhe Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa…
Obbo Addisuu Araggaan Ministira Qonnaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad obbo Addisuu Araggaa Ministira Qonnaa gochuun muudan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa…
Sirni Awwalcha Obbo Daawuud Muummee raawwate
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Sirni Awwaalcha obbo Daawuud Muummee Alii raawwateera.
Itti aanaa Komishinaraa Komishinii Turizimii Oromiyaa kan turan Obbo Daawuud Muummee balaa…
Imalli Xaanaanesh 2 dandeettii cichoominaa, kutannoofi qindoominaa kan mul’isudha- Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017(FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen imalli Xaanaanesh 2 dandeettii cichoominaa, kutannoofi qindoominaa kan mul’isudha…
Aadde Adaanech Piroojektoota garaagaraa eebbisan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoota adda addaa eebbisuun tajaajilaaf bananiiru.
Piroojektoota kanneen akka Giddugala…
Komishinichi Ajandaa Diyaaspooraa walitti qabuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) –Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kara onlaayiniin Diyaaspooraa biyyoota Afrikaa garaagaraa jiraatanirraa ajandaa marii walitti…
Sosochiin Itiyoophiyaa Qulqulluu hubannoo hawaasaa guddisaa jira
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) - Sosochiin Itiyoophiyaa qulqulluu hubannoo hawaasni eegumsa naannoorratti qabu guddisaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Itiyoophiyaa.…
Fayyadamtonni Miidiyaa hawaasaa jechoota Jaalalaa fi Araarsoo dabarsuuf akka hojjetan waamichi…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) –Kaawunsiliin Mana Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa fayyadamtonni Miidiyaa hawaasaa jechoota Jaalalaa fi Araarsoo ta’an dabarsuuf akka…
Intarpiraayiziin Manufaakchariingii Lammiilee Kuma 200 oliif Carraa Hojii uume
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) - Intarpiraayizoonni maanufaakchariingii bara baajataa 2017tti lammiilee kuma 200 polic carraa hojii uumuu Dhaabbanni Misooma Intarpiraayizii Itiyoophiyaa…
Daandiin baaburaa Itiyoo-Jibuutii mallattoo tumsa diinagdee Afrikaati – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) - Daandiin baaburaa Itiyoo-Jibuutii mallattoo tumsa diinagdee Afrikaati jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen.…