Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Tuurizimii sagantaa Imalli gara Biyyaatti jedhu ifoomse
Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2018 (FMC)- Ministeerri Tuurizimii dhalattoota Itiyoophiyaa gara biyya alaatti guddifachaan fudhatamaniif sagantaa "Imalli gara biyyaatti" jedhu qopheesseera.…
Sassaabbii qonna gannaafi qophii qonna bonaaf xiyyeeffannoon kennamee jira – BKO
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Sassaabbii qonna gannaafi qophii qonna bonaaf xiyyeeffannoon kennamee hejjetamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa.
Oomishaafi…
Baankichi Itti fayyadama Herrega Baankii dhuunfaafi Qaama 3ffaa ilaalchisuun qajeelfama dabarse
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Itti fayyadama Herrega Baankii dhuunfaafi Qaama 3ffaa ilaalchisee qajeelfama cimaa ta’e dabarse.
Maamiltoonni…
Faanaa Miidiyaa Korporeshiniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Manni Maree Daldalaa Magaalaa Finfinnee hojiilee Dokumeentarii, oduu fi sagantaalee adda addaa Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ihojjeteef beekamtii…
Magaalichaatti gaaffilee bu’uuraalee misoomaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar gaaffilee bu’uuraalee misoomaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjechaan jira jedhe.
Pirojektoota daandiiwwan adda addaa…
Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu’aan qabatamaan galmaa’e – Dooktar Fitsuum…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu'aan qabatamaan galmaa'eera jedhan Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan.
Dooktar…
Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii hundeeffamaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Birmadummaa ummata Tigraay eeguuf hojjechuu…
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bifa Magaalaa Finfinnee beeksisuu keessatti gahee olaanaa bahateera –…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin tumsaan hojjechuuf waliigale.
Hoggantoonni biiricha har’a Faanaa…
Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Bona kana lafa hektaara miiliyoona 4 ol jallisii boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Afrikaan saffisaa fi jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Afrikaan qabeenya kuufamaa qabdu fayyadamtee saffisaa fi haala jijjiirama addunyaa si’anaa faana akka imaltu tumsaan hojjechuun barbaachisaadha…