Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitichi lammata deebi’ee akka hin hojjenetti garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’eera- Obbo…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT saamicha Yuunvarsiitii Waldiyaarraan ga’een alatti qabeenyi yuunvarsiitichaa hafe lammata deebi’ee akka hin hojjenetti…
Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Qobbootti lammiilee nagaa jumlaan ajjeese
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Qobbootti lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuu jiraattoonni naannichaa himaniiru.
Gareen kun magaalichatti guyyaa tokkotti…
Suphaan sarara daddabarsa humna Elektirikaa olaanaan Garagaraa hanga Gaashannaa guyyoota 4 keessatti…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) - Suphaan sarara daddabarsa humna Elektirikaa Garagaraa hanga Gaashannaa guyyoota 4 keessatti akka xumuramu hirmaannaa olaanaan taasiifamaa…
Oomikroon Ityoophiyaatti muul’achuu fi muul’achuu dhabuu isaa mirkaneessuuf qorannoon…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC) - Gosti Vaayrasii Koroonaa Haaraan Oomikroon Ityoophiyaatti muul'achuu fi muul'achuu dhabuu isaa mirkaneessuuf Samuudaan fudhatamuun qorannoon gaggeeffamaa…
Qajeelchi ajeja labsii yeroo Ariifachiisaa walga’ii gaggeesseen raawwii labsichaa…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC) - Qajeelchi ajeja labsii yeroo Ariifachiisaa walga'ii gaggeesseen raawwii labsichaa gamaaggamuun ajeja dabarsuu ibseera..
Injifannoon adda waraanaatti…
Bulchiinsi magaalichaa dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an gara hojiitti…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa ABUTiin naannolee Amaaraa fi Afaaritti barbadaa’an gara hojiitti deebisuuf koree…
Godina Gujiitti Miseesonni Shanee qaamolee nageenyaatti harka kennatan
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Godina Gujiitti Miseesonni Shanee garecha ganuun qaamolee nageenyaatti harka kennachaa jiraachuu namoonni ijaan argan ibsaniiru.
Tattaaffii mootummaan…
Bulchiinsi Godina Harargee Bahaa humnoota nageenyaa Godina Wallagga Bahaaf Re’oota 100…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Godina Harargee Bahaa humnoota nageenyaa Godina Wallagga Bahaaf Re'oota 100 gumaachuu ibsame.
Kayyoon deeggarsichaa humnoota nageenyaa…
Dameewwan Baankii Daldala Ityoophiyaa sababa waraanaan miidhaan irra ga’ee ture tajaajila kennuu…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Dameewwan Baankii Daldala Ityoophiyaa sababa waraanaan miidhaan irra ga’ee ture tajaajila kennuu jalqabaniiru.
Garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra…
Korporeeshinichi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Korporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu Birrii…