Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qonna Arfaasaa fi Gannaa bara kanaaf bittaan xaa’oo kuntaalli miiliyoona 5.5 raawwatamuu…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Qonna Arfaasaa fi Gannaa bara kanaaf bittaan xaa'oo kuntaalli miiliyoona 5.5 raawwatamuu Ejansiin Babal'ina Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa
beeksiise.…
Naannoon Oromiyaa Bulchiinsa Saba Waag Himiraaf deeggarsa meeshaalee yaalaa Birrii miiliyoona 20…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) –Biiroon Eeggumsa Fayyaa Naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Saba Waag Himiraaf deeggarsa meeshaalee yaalaa Birrii miiliyoona 20 olitti tilmaamamu taasiseera.…
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa Dhaabbata Mirgoota Namoomaa biyyoolessaa Afrikaa 2ffaa…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa Dhaabbata Mirgoota Namoomaa biyyoolessaa Afrikaa 2ffaa ta’uun filatameera.
Afrikaa keessaatti dhaabbata…
Daldaltoota dhadhaa wantoota farra fayyaa ta’an waliin walitti makuun gurguruuf turan irratti…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Daldaltoota dhadhaa kiiloo giraama kuma 5tti siquu wantoota farra fayyaa ta’an waliin walitti makuun gurguruuf turan irratti tarkaanfiin fudhatameera.…
Bulchiinsi magaalichaa manneen jireenyaa 127 harka qalleeyyiif dabarse
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinneetti kutaan magaalaa Addis Katamaa manneen jireenyaa 127 harka qalleeyyiif dabarseera.
Namoonni manneen jireenya dabarfameef…
Noottiin sobaa kumni 80 ol magaaloota Buree fi Baahir Daaritti bittaaf ooluuf turan to’annaa jala…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Noottiin sobaa kumni 80 ol magaaloota Buree fi Baahir Daaritti bittaaf ooluuf turan to’annaa jala ooluu poolisiin beksiseera.
Namoonni dhuunfaa Birrii…
Kadhannaan guyyaa Kamisaa sirnoota afuuraa garaagaraatiin yaadatame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Kadhannaan guyyaa Kamisaa manneen amantaa kiristiyaanaa Ortodooksii Tawaahidoo fi Manneen Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaatti sirnoota afuuraa…
Magaalaa Ambootti Proojektoonni misoomaa 28 Birrii miiliyoona 121 oliin hojjetamaa jiru jedhame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Jilli Kantiibaa magaalaa Amboo obbo Hacaaluun durfamuu hojiiwwan misooma magaalaa Ambootti hojjetamaa jiran dawwateera.
Bulchinsa…
Preezdaant Saahilawarq lammiilee harka qalleeyyiif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ayyaanaa Hiikaa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif deeggarsa taasiisaniiru.
Lammiilee…
Qabeenya Qooddan yoo dhabdan jaalala qooda – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen sagantaa maaddii qooduu sadarkaa magaalichaatti gaggeeffamaa jurratti argamuun maaddii…