Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii gurmaa’iinsaa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii aangoo qaamolee hojii raawwachiiftuu mootummaa Federaalaa fi hojmaata murteessuuf ba'e raggaasiseera.…
Obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Muummee Ministiraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministiraa dhimma Alaa taasiisuun erga dhiyeessanii Manni…
Ministiroonni 3 miseensoota paartii Badhaadhinaa ala ministirummaan muudaman
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Paartii Badhaadhinaa ala ministiroota sadi kaadhimamummaan dhiyeessaniru.
Haaluma kanaan manni…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama ministirootaa raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii addaa 1ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesseen muudama ministirootaa raggaasise.
Manni marichaa…
Manni marichaa guyyaa boruu sa’aatii 3:30 irraa eegalee yaa’ii addaa ni gaggeessa
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’ii adda 1ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa guyyaa boruu ganamaa sa’aatii 3:30 irraa eegalee ni gaggeessaa.…
Mootummaan hundaa’ee nageenyaa fi diinagdeerratti xiyyeeffannoo laatee hojjechuu qaba-Hoggantoota…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)-Mootummaan haara hundeeffamee nageenyaa fi diinagdeerratti xiyyeeffannoo laatee hojjechuu qaba jedhan Hoggantoota Paartilee Siyaasaa.
Faanaa…
Komishinar Girmaa Seeyfuu wal harkaa fuudhinsa hojii gaggeessan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Komishinara Komishinii Invastimantii ta’uun dhiyeenya kan muudaman obbo Girmaa Seeyfuu wal harkaa fuudhinsa hojii…
Komishiniin Poolisii Federaalaa Uummata Ityoophiyaa mara galateeffate
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa Uummata Ityoophiyaa mara galateeffachuu ibsameera.
Komishinichi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa…
Humni Qilleensaa FDRI Humna Qilleessaa ramaddii giddugaleessaa raawwii hojii olaanaa argamsiisaniif…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI Humna Qilleessaa ramaddii giddugaleessaa raawwii hojii olaanaa argamsiisaniif guddina sadarkaa laachuu ibsameera.
Weerara…
Mootummaa Ityoophiyaa waliin hariiroo cimaa ni qabaanna – Hoggantoota Ministeera Alaa biyyoota…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Mootummaa haaraa Ityoophiyaa waliin hariiroo cimaa kan qabaatan ta’uu hoggantoonni Ministeera Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa ibsan.…