Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Hiikaa sodaa nageenyaa tokko malee akka kabajamuu qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Ayyaanni Hiikaa sodaa nageenyaa tokko malee akka kabajamuu qophiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise.
Jiraattoonni sodaa…
Ijaarsi Manneen Walitti hidhamoo kuma 10 yeroo gabaabaatti xumuramuun jiraattotaaf ni darbu jedhame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Ijaarsa Manneen Walitti hidhamoo kuma10 yeroo gabaabaatti xumuruun jiraattotaaf dabarsuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uura…
Magaalaa Dambii Doollootti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) –Godina Qellem Wallaggaa Bulchiinsa Magaalaa Dambii Doollootti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii ta'aniif deeggarsi taasifameera.…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan lammiilee kuma 194f maaddii qooduu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun sagantaan lammiilee kuma 194f maaddii qooduu gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Niiw Jarsiitti hiriirri Wixineewwan Seeraa ”HR 66 fi S 3199” mormu gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Niiw Jarsiitti hiriirri Wixineewwan Seeraa ''HR 66 fi S 3199'' mormu gaggeeffameera.
Hiriira kanarratti Ityoophiyaanoonnii fi lammiileen Eertiraa…
Komishinaroonni marii biyyaalessaa hoggantootaa fi ogeeyyii miidiyaa waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) –Komishinaroonni marii biyyaalessaa hoggantootaa fi ogeeyyii miidiyaa waliin mari'ataa jiraachuu ibsameera.
Marii kanarratti ogeeyyin miidiyaa,…
Ambaasaaddar Hassan Taajuu Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Kuweetii fi Itti gaafatamaa Dhimmoota…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) –Kuweetitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Hassan Taajuu Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Kuweetii fi itti gaafatamaa Dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar…
Jiraattonni magaalaa Shaashamannee garee shorokeessaa Shaneerratti qabsaa’uun kaayyoo isaa kan…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Shaashamannee mootummaa cinaa dhaabbachuun garee shorokeessaa Shaneerratti qabsaa’uun kaayyoo isaa kan fashaleessan ta’uu ibsaniiru.…
Ayyaanonni Hiikaa fi Iid Al Faxir karaa nagaan akka kabajamaniif qophii xumuruu naannoleen ibsan
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Ayyaanonni Hiikaa fi Iid Al Faxir karaa nagaan akka kabajamaniif qophii xumuruu naannoleen garaagaraa ibsan.
Naannoo Harariitti ayyaanonni Hiikaa fi Iid…
Komishinichi marii biyyaalessaaf danbiiwwan, qajeelfamootaa fi tarsiimoowwan qopheessaa jiraachuu…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Komishininiin maree biyyaalessaa Ityoophiyaa marii biyyaalessaaf danbiiwwan, qajeelfamootaa fi tarsiimoowwan qopheessaa jiraachuu beeksise.…