Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Fissahaa Shaawuul qondaaltoota waraanaa biyyoota adda addaaf haala waqtaawaa…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Ministeera Dhimma Alaatti Daayreekterri Jeneraalaa Dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Fissahaa Shaawuul haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee…
Faanaa Broodkaastiing Korporeetii fi Akkaadaamiin Hoggansaa Magaalaa Finfinnee waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Korporeetii fi Akkaadaamiin Hoggansaa Magaalaa Finfinnee waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Dhaabbileen lameen…
Manneen Barnootaa bara 2014 keessa daballii gatii taasisan bara itti aanu daballii gatii taasiisuu…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Manneen Barnootaa bara barnootaa 2014 keessa daballii gatii taasiisan bara itti aanu daballii gatii taasiisuu kan hin dandeenye ta’uu ibsame.
Abbaan…
Namni dhuunfaa baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuuf yaale to’atame
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaa baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuuf yaale to’atamuu ibsame.
Shakkamtichi baala sammuu nama hadoochu…
Dhaabbanni Qalmaa Magaalaa Finfinnee Ayyaana Hiikaaf qophii xumuruu ibse
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Qalmaa Magaalaa Finfinnee Ayyaana Hiikaaf qophii barbaachisu xumuruu ibseera.
Dhaabbatichi ayyaanicha sababeeffachuun horii gaanfaa kuma 3 fi…
Wayita Ayyaanaa hanqinni humna Elektirikaa akka hin mudanneef hojiin qophii duraa hojjetamaa jira…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) –Ayyaanni Hiikaa fi Iid Alfaxir dhiyaachuu hordofee hanqinni humna Elektirikaa akka hin mudanneef hojiin qophii duraa hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli…
Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti namoonni dhuunfaa karaa seeraan alaa lakkooftuu elektrikaa…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti namoonni dhuunfaa karaa seeraan alaa lakkooftuu elektrikaa galchan to’ataman.…
Chaayinaan yeroo rakkootti Ityoophiyaa cina dhaabbachuun tumsa taasifteef mootummaan Ityoophiyaa…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Chaayinaan yeroo rakkootti Ityoophiyaa cina dhaabbachuun tumsa taasifteef mootummaan Ityoophiyaa kabajaa fi galata guddaa kan qabuuf ta’uu Chaayinaatti…
Hojiin Jijjiirraa Insuleetaroota Sarara daddabarsa humna Elektirikaa Awaash Kiiloo 7 – Ciroo…
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Hojiin Jijjiirraa Insuleetaroota Sarara daddabarsa humna Elektirikaa Awaash Kiiloo 7 – Ciroo xumuramuu Humna Elektirikaa Ityoophiyaatti Biiroon Suphaa…
Biiroon Barnootaa naannoo Hararii sagantaa nyaata barattootaa eegalchiise
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Biiroon Barnootaa naannoo Hararii sagantaa nyaata barattootaa eegalchiisuu beeksise.
Sagantichi aanaalee 9 manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa 67…