Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Torban darbe gama dippiloomaasiin hojii milkaa’aan hojjetameera-Ambaasaaddar Diinaa Muftii
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Torban darbe hoggantoota olaanoo mootummaan hojiin gama dippiloomaasiin hojjetame milkaa’aa ta’uu dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Godina Booranaa aanaa Dirreetti miseensonni Shanee 26 to’ataman
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Dirreetti miseensonni Shanee 26 to’atannaa jala ooluu Bulchaan Godina Booranaa Obbo Jaarsoo Boruun himaniiru.
Oppireeshinii…
Yaa’iin Waggaa Gamtaa Yuunvarsiitiiwwanii fi Koolleejjoota Oromiyaa keessaatti argamanii…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Yaa'iin Waggaa Gamtaa Yuunvarsiitiiwwanii fi Koolleejjoota Naannoo Oromiyaa keessatti argamanii guyyaa har'aa Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira.…
Bulchiinsii fi Poolisiin magaalaa Dirree Dawaa Miseensota Poolisii Federaalaa adda waraanaa jiraniif…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Bulchiinsii fi Poolisiin magaalaa Dirree Dawaa Miseensota Poolisii Federaalaa adda waraanaa jiraniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 fi kuma dhibba 5 olitti…
Lubbuu gareen shororkeessitoota Shanee hanga ABUT rasaasa irratti roobsaniin hafte
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Dargageetti Habtaam Daribaaw jedhamanti, jiraattuu magaalaa Waaldiyaati.
Habtaam dargaggeetti umri waggaa 16 fi barattuu kutaa 7ffaa yoo taatuu, naannoo…
Miseensi Kongiraasii Keeriin Baas xalayaa Ityoophiyaan AGOA keessaa akka turtu gaafatuu Masaraa…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Dhageettii olaanaa kan qaban Miseensa Kongiraasii Ameerikaa Keeriin Baas xalayaa Ityoophiyaan AGOA ''The African Growth and Opportunity Act'' keessaa akka…
Kutaan magaalaa Lammii Kuraa godina Kamiseetti lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kutaan Bulchiinsa Magaalaa Lammii Kuraan jiraattoota godina Adda Saba Oromoo Walloo Kamiseetti sababa waraanaa ABUT baneen buqqa’aniif…
Hojiimataa badaa magaalotaa keessatt mul’atan hambisuuf kutannoon hojjechuun murteessadha…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Hojiimataa badaa magaalotaa keessatt mul'atan hambisuuf kutannoon hojjechuun murteessaa ta’uu Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa beeksise.…
Waltajjiin marii Addis Wag mata duree “ Birmadummaa Eeguun Guddina Itti fufsiisuu” jedhuun…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Waajjira Muummee Ministiraatti guyyaa har'aa Waltajjii marii Addis Wag “ Birmadummaa Eeguun Guddina Itti fufsiisuu” mata duree jedhuurratti gaggeeffamaa…
Akkaatuma waamicha biyyaan keessummoota gara Ityoophiyaa dhufan simachuuf koreen hundaa’uun…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) - Akkaatuma waamicha biyyaan keessummoota gara Ityoophiyaa dhufan simachuuf koreen biyyaalessaa hundaa'uun qophiin xumuramuu Itti aanaan Muummee Ministiraa…