Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Buunnoo Baddalleetti hojiin misooma sululaa eegalame
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) - Hojiin misooma sululaa bara kanaa aanaalee godina Buunnoo Baddallee 9 keessatti eegalamuu waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiise.
Akka Godinichaatti…
Saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota Bu’uura Boruu ijaaruuf cimne hojjechaa…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Prezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota oolmaa daa’immaanii Bu’uura Boruu ijaaruuf…
Abbaan qabeenya obbo Sayiid Daamxoo Ilma ajajaa dhibbaa Geetaachoo Morodaa Biiniyaamiif Birrii kuma…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Abbaan Qabeenyaa Obbo Sayiid Daamxoo Ilma ajajaa dhibbaa Geetaachoo Morodaa Biiniyaam Geetaachoo (Abbaa Biyyaatiif) Birrii kuma 500 gumaachuun, akka seera…
Kutaan Magaalaa Boolee jiraattoota Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaan Magaalaa Boolee lammiilee godina Booranaa sababa jijjiirama qilleensaan hongeen saaxilamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 oltti…
Murtoon Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG Ityoophiyaatti hojiirra hin ooluu-Ambaasaaddar Reedwaan
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Ministirri deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatoota Awurooppaa, Ameerikaa, Isiiyaa fi biyyoota…
Magaalichatti lammiileen biyya alaa noottii sobaa maxxansaa turan 2 to’annaa jala oolaan
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 3 iddoo addaa Idinaamoo jedhamuutti lammiileen biyya alaa noottii sobaa maxxansuu fi dhiqsiisaa turan 2…
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaada hawaasicha dhaggeeffachuuf qophiidha – Obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaada hawaasicha dhaggeeffachuuf qophii ta’uu Af-Yaa’iin Mana Marichaa Obbo Taaggasaa Caafoon himaniiru.
Labsii…
Wareegamni Ajajni Kaaba Lixaa Adda Gaashanaatti raawwate bara baraan ni yaadatama-Jeneraal Birhaanuu…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Wareegamni Ajajni Kaaba lixaa Adda Gaashanaatti raawwate bara baraan ni yaadatama jechuun Etaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa Jeneraal…
Ityoophiyaati baafamuuf kan turan maallaqoonni biyyoota garaagaraa fi warqee batteeffamaan kiiloo…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Karaa seeraan alaa Ityoophiyaati baafamuuf kan turan maallaqoonni biyyoota garaagaraa fi warqee batteeffamaan kiiloo giraamni 5.8 to’annaa jala oolaniiru.…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandiin qilleensa filatamaa Afrikaa irra deebiin injifate
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandiin qilleensa filatamaa Afrikaa 2021 irra deebiin injifateera.
Sadarkaa idil addunyaatti beekkamtii olaanaa…