Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 50 Maqalee akka ga’aniif tattaaffii mootummaan…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 50 Maqalee akka ga’aniif tattaaffii mootummaan Ityoophiyaa taasise dinqisiifachuu…
Dhorkii odeeffannoon dhamaatii ogeeyyii miidiyaaleerra gahu hiikuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Dhorkii odeeffannoon dhamaatii ogeeyyii miidiyaaleerra gahu hiikuuf wixineen qajeelfamaa qophaa’ee gara hojiitti galuuf ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Gumiin Balal Marsaa 20ffaan Mata Duree ‘Ijaarsa Bu’uuraalee Nageenyaa fi Itti Fayyadama…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) - Waltajjiin marii Gumii Balal Marsaa 20ffaan Mata Duree 'Ijaarsa Bu'uuraalee Nageenyaa fi Itti Fayyadama Miidiyaa' jedhurratti Waajjira Pirezidaantii…
Ityoophiyaan miseensa Boordii Raawwachiiftuu sagantaa nyaata Addunyaa ta’uun filatamte
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Waajjirri dhaabbii Ityoophiyaa filannoo hordofee ergaa dabarseen dhaabbanni deeggarsa namoomaa guddaan Addunyaa…
Magaalaa Adaamaatti dhiyeessii fi hanqinni meeshaalee bu’uuraa jiraachuu jiraattonni magaalichaa…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti dhiyeessii fi hanqinni meeshaalee bu’uuraa jiraachuu jiraattonni magaalichaa himaniiru.
Magaalichatti dhiyeessii fi rakkoon haqummaa…
Qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaatiin konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an Maqalee gahan
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)-Dhaabbata Mootummaa Gamtoomaniitin kan socho’uu qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaatiin konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an Magaalaa Maqalee gahaniiru.…
Mootummaan tattaaffii nageenyaa karaa Ooliiseengoo Oobaasaanjoon gaggeeffamuu ni deeggara-Obbo…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin tattaaffii nageenyaa Gamtaa Afrikaatti Ergamaan addaa…
MM Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa aanaa Saayaadaabbirii fi Waayyuutti misooma qamadii daawwatan
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa aanaa Saayaadaabbirii fi Waayyuutti misooma qamadii daawwataniiru.
MM Abiy…
Ityoophiyaanonni kumni 1 fi 245 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa balallii marsaa sadiin taasifameen Ityoophiyaanonni kumni 1 fi 245 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiilee kanneen…
Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun ittiin kadhataa turan to’annaa jala…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun ittiin kadhataa turan to’annaa jala ooluu Waajjirri Bulchiinsa kutaa Magaalaa Gullallee…