Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 25 ,2017 (FMC) - Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoomera jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Bara Barnootaa…
Duula guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuun karooraa ol milkeessineera- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuun…
Itiyoophiyaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 fi miiliyoona 14 ol dhaabuun fakkeenya…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 fi miiliyoona 14 fi kuma 700 dhaabuun fakkeenya…
Itiyoophiyaanonni waloon waan hunda milkeessuu dandeenya- TKM
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaanonni waloon waan hunda milkeessuu dandeenya jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Itiyoophiyaan ka’umsa qarooma duriifi fakkeenya…
Duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14.7 dhaabameera-…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14 fi kumni 700…
Duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14.7 dhaabame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14 fi kumni 700 dhaabame.
Lammiileen miiliyoonni…
Itiyoophiyaan eegumsa naannoo keessatti gahee olaanaa bahachaa jirti- dippiloomaatota
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan sagantaa ashaaraa magariisaan eegumsa naannoo keessatti gahee olaanaa bahachaa jirti jedhan dippiloomaatonniifi abbootiin qabeenyaa.…
Hariiroo uumamaafi dhala namaa sirnaan walitti hidhuun murteessadha – Piroofesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Hariiroo uumamaafi dhala namaa sirnaan walitti hidhuuf sagantaan ashaaraa magariisaa murteessadha jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar…
Ashaaraan Magariisaa wabii nyaataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba- Billanee Siyyuum
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Hoggantuun Pirees Seekritaariyaatii Waajjira Ministiraa Muummee Billanee Siyyuum Ashaaraan Magariisaa wabii nyaataa mirkaneessuufi anniisaa haaromfamaa…
Hojiilee badhaadhina Itiyoophiyaa milkeessan keessaa ashaaraan magariisaa tokko- Abbee Saannoo
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Hojiilee ijoo badhaadhina Itiyoophiyaa milkeessan keessaa ashaaraan magariisaa tokko jedhan Pireezidaantiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee…