Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun barbaachisaadha-…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)-Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun…
Obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el Beezaaleel Simootiriichi waliin haala tumsa diinagdee biyyoota lameenii…
Tajaajilli tola ooltummaa dhiibbaa jireenyaa lammiilee harka qalleeyyii salphiseera- Kantiibaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Tajaajila tola ooltummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee harka qalleeyyii salphisuun danda’ameera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Obbo Ahimad Shiideen Daayrektara Olaanaa Fandii Misoomaa Abuudaabii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Daayrektara Olaanaa Fandii Misoomaa Abuudaabii Mahaammad Saayif Alsuwaayidii waliin…
Obbo Ahimad Shiideen Barreessituu Olaantuu Giddugala Furmaata Waldhabdee Invastimantii Idil-addunyaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Barreessituu Olaantuu Giddugala Furmaata Waldhabdee Invastimantii Idil-addunyaa Maartiinaa…
Itiyoophiyaafi Amerikaan tumsa diinagdee isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen hoggantoota olaanoo Ministeera Maallaqaa Ameerikaa waliin haala tumsa diinagdee biyyoota…
Sagantaan ijaarsa maddisiisa humna niwukilaraa hariiroo Itiyoo- Raashiyaa gara boqonnaa haaraatti…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Itiyoophiyaatti maddisiisa humna niwukilaraa ijaaruuf waliigalteen Dhaabbata Giisii…
Tajaajila loojistiksii sadarkaa isaa eeggateef sirna baaburaa ammayyaa’aa dhugoomsuun…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii Itiyoophiyaan tajaajila loojistiksii sadarkaa idil-addunyaa eeggate akka qabaattuuf sirna baaburaa ammayyaa’aa…
Hojii Itiyoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf hojjette biyyoota biraaf fakkeenya kan…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Hojii Itiyoophiyaan sagantaa Ashaaraa Magariisaa fi Maaddii Guutuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf hojjette biyyoota biroof fakkeenya kan ta’udha…
Biyyi kan ijaaramtu walharkaa fuudhiinsa dhalootaani- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad biyyi kan ijaaramtu walharkaa fuudhiinsa dhalootaani jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…