Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen garaagaraa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa maallaqaa fi akaakuu…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee sababa waraanaatiif qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif deeggarsa akaakuu garaagaraa Birrii…
Ogeeyyiin qonnaa godinaalee Oromiyaarraa walitti babba’an misooma sululaa aanaalee Harargee…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti lafti qullaa ture hojii misooma sululaa qindaa'aa hojjetameen deebi’ee misoomuu ibsameera.…
Oromiyaatti misooma jallisii waliigala marsaa 1ffaan lafti heektarri kuma 500tti siquu qotame
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti misooma jallisii waliigala marsaa 1ffaan lafti heektara kuma 500tti siiqu qotameera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa guddina misoomaa…
Obbo Ahimad Alii naannoo Amaaraatti bulchaa godina Saba Oromoo ta’uun muudaman
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Godina Addaa Saba Oromoo Yaa’ii ariifachiisaa gaggeesseen obbo Ahimad Alii bulchaa godinichaa taasiisuun muudeera.
Obbo…
Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dassee gara hojiitti deebisuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dassee saffisaan gara hojiitti deebisuuf abbootii qabeenyaa fi qooda fudhattoota waliin mariin gaggeeffamuu…
Saamichii fi miidhaan ABUT dhaabbileerratti raawwate karoora biyya dadhabsiisuuti – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Saamichii fi miidhaan gareen shororkeessaa ABUT dhaabbileerratti raawwate, badii salphaa osoon taane karoora biyya diiguu ta’uu Itti aanaan Muummee…
Preezdaant Ristuu Yirdaa abbootii amantaa fi jaarsoolii biyyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa fi hoggantoonni olaanoo naannichaa abbootii amantaa fi jaarsoolii biyyaa waliin dhimmota biyyoolessaarratti…
Magaalaa Shaakkisootti motorsaayikiloonni 17 mana nama dhuunfaa keessaatti kuufamanii turan to’annaa…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Shaakkisootti motorsaayikiloonni 17 Birrii miliyoona 1 olitti tilmaamaman mana nama dhuunfaa keessaatti walitti qabamanii…
Garee shororkeessaa ABUT mo’amuun gara naannoo Tigraayitti dheeffaa jiru mormiin muudachaa jiraachuu…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT mo’amuun gara naannoo Tigraayitti dheeffaa jiru simannaan gootaa akka taasiifamuuf fedhus mormiin muudachaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma goota birmadduummaa biyyaa kabachiisuu aarsaa kan ta'ee Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana…