Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalonni Oromiyaa bakka jireenyaaf mijatoo akka ta’aniif hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Magaalonni Oromiyaa bakka jireenyaa mijatoo akka ta'aniif hojjetaa jiraachuu Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa beeksiseera.
Hogganaan Biirichaa…
Obbo Hayilamaariyaam seenaa uummattoota gurraachaatiif iddoo tursiisa hambaallee fi giddugala…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Ityoophiyaa duraanii Obbo Hayilamaariyaam Dassaaliny, seenaa uummattoota gurraachaatiif iddoo tursiisa hambaallee fi giddugala barnootaa…
Namoota dhuunfaa fi Dhaabbilee barnootaa ragaa sobaa qaban irratti tarkaanfii seeraa fudhachuuf…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Namoota dhuunfaa fi Dhaabbilee barnootaa ragaa sobaa qaban irratti tarkaanfii seeraa fudhachuuf hojjetamaa jiraachuu, Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii…
Manneen hojii federaalaa gamaaggama raawwii karoora baatiiwwan 9 taasisaa jiru
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Manneen hojii federaalaa dhimmoota filataman irratti gamaaggama raawwii karoora baatiiwwan 9 taasisaa jiraachuu ibsame.
Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Hidhattoonni Warraaqsa Diimookiraatawaa Ummata Gumuuz 247 mootummaatti harka laatan
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Godina Matakkal aanaa Gaanguritti Hidhattoonni Warraaqsa Diimookiraatawaa Ummata Gumuuz jechuun of waaman 247 mootummaatti harka laachuu Komaand Poostiin…
Baankiin Awaash lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif yeroo 2ffaaf deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Baankiin Awaash horsiisee bultoota godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata yeroo 2ffaaf taasiseera.
Deeggarsi kun yeroo…
Magaaloota naannoleetti maallaqni dhimmoota adda addaaf nagahee malee walitti qabamu hawaasa…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Magaaloota naannoleetti maallaqni dhimmoota adda addaaf nagahee malee walitti qabamu hawaasa daraan komachiisaa jiraachuu ibsameera.…
Dhalattoonni Gujii Finfinnee jiraatan lammiilee hongeen miidhamaniif deggarsa midhaanii kuntaalaa…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Dhalattoonni Gujii Finfinnee jiraatan namoota biroo dabalachuun lammiilee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa daakuu Boqqolloo kuntaalaa…
Duulli Aramaa Bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti qaamolee garagaraatin Aramaa Bocee hara Dambal weerare ittisuun gaggeeffameera.
Bulchiinsi Magaalaa Baatuu Hara Dambal…
Waldaan Aksiyoona Tajaajila Qonnaa Marii Ganamaa qonnaa bultoota adda duree turaniin gara Aksiyoonaa…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Waldaan Aksiyoona Tajaajila Qonnaa Marii Ganamaa qonnaa bultoota adda duree turaniin gara Aksiyoonaa dhaabuutti dhufanii hundeeffameera.
Waldichi galtee…