Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Michoomni gaariin waaraa kan ta’u walqixxummaan walkabajarratti hundaa’e yoo jiraatedha-…
Finfinnee, Eebila, 2014 (FBC) – Michoomni gaariin waaraa kan ta’u walqixxummaan walkabajarratti hundaa’e yoo jiraate ta’uu Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaa…
Kutaa magaalichaatti namoonni karaa qindaa’aan saamicha lafaa gaggeessuuf yaalan to’ataman
Finfinnee, Eebila, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 9 qaxanaa 3tti namoonni karaa qindaa’aa ta’een saamicha lafaa gaggeessuuf turan to’atamuu ibsame.…
Suphaan utubaa sarara elektirikaa Awaash 2- Asallaa xumurame
Finfinnee, Eebila, 2014 (FBC) – Suphaan utubaa sibiilaa sarara elektirikaa abbaa kiiloovooltii 132 Awaash 2- Asallaa hattootaan kutamee jigee ture xumuramuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Hariiroon daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Indooneezhiyaa dabalaa dhufuu ibsame
Finfinnee, Eebila, 2014 (FBC) – Hariiroon daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Indooneezhiyaa dabalaa dhufuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Indooneezhiyaa Al Busyiraan ibsan.
Hariiroon…
Magaalaa Finfinneetti Zayitiin nyaataa liitirri kumni 750 karaa seeraan ala to’atame hawaasaaf…
Magaalaa Finfinneetti Zayitiin nyaataa liitirri kumni 750 karaa seeraan ala to’atame hawaasaaf raabsame
Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Zayitiin nyaataa liitirri kumni dhibbi 7 fi kumni…
Akkaataa Oomisha dammaa dabaluun danda’amurratti qooda fudhattoota waliin mari’atamaa…
Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Inisheetivii Oromiyaa galaana dammaa haa taasifnu jedhu bara darbe eegale caalmaatti milkeessuuf waltajjiin marii qooda fudhattoota giddu galeessa taasifate…
Daandiin Qilleensichaa lammiilee waamicha guddaa ‘Iid hanga Iid’ fudhachuun gara biyyaa…
Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Ityoophiyaanoota waamicha guddaa gara biyyaa 'Iid hanga Iid' fudhachuun gara biyyaa dhufaniif gatii tikkeettii % 20 hir'isuu…
Hoggantoonni mootummaa olaanoo federaalaa fi naannolee Waajjira Muummee Poolisii Federaalaa…
Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Hoggantoonni mootummaa olaanoo federaalaa fi naannolee Waajjira Muummee Poolisii Federaalaa daawwataniiru.
Daawwannaa kanarratti Af Yaa'iin Mana Maree…
Bu’aa argameen osoo of hin dagatin rakkoolee nageenyaa fi misoomaa furuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Bu'aa argameen osoo of hin dagatin rakkoolee nageenyaa fi misoomaa furuun barbaachisaa ta'uu Preezdaantiin Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa…