Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan hariiroo Diinagdee Sudaan Kibbaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo Diinagdee Sudaan Kibbaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee…
Aanaa Adaabbaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbe
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 17 darbuu ibsame.
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti…
Yuunvarsiitiin Jimmaa deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6 olii Yuunvarsiitii Walloof taasiise
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa garee shororkeessaa ABUTtiin kan barbada’e Yuunvarsiitii Walloof deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6 olii taasiiseera.…
Aadaan walgargaarsaa lammiilee cimee itti fufuu qaba – obbo Zhaanxiraar Abbay
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Kutaa Magaalaa Boolee mata duree "gaarummaan obbolummaa waaraaf " jedhuun lammiilee harka qalleeyyii 200 oliif deeggarsa taasiiseera.…
Naannoo Harariitti hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii sirnaan hin baane 60 irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii sirnaan hin baane 60 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Paartii Badhaadhinaa…
Magaalaa Jimmaatti Fooramiin abbootii Qabeenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Fooramiin Abbootii Qabeenyaa gaggeeffameera.
Fooramicharratti waraqaan qorannoo haala sochii invastimantii magaalaa Jimmaa…
Ameerikaatti hiriirri mormii Wixineewwan seeraa HR 6600 fi S 3199 gaggeeffamuufi jedhame
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Ameerikaa Magaalaa Waashingitan DC fi Loos Anjalasitti hiriirri mormii Wixineewwan seeraa HR 6600 fi S 3199 gaggeeffamuuf ta'uu ibsame.…
Abjuun Finxaaleyyiin Oromiyaa humnaan cabsanii qabeenyasaa saamuuf qaban hin milkaa’u –…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Abjuun Finxaaleyyiin Oromiyaa humnaan cabsanii qabeenyasaa saamuuf qaban yoomuu hin milkaa’u jedhan Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi…
Naannoo Somaaleetti Proojektoonni lafa hektaara 260 Jallisiin misoomsuu danda’an tajaajila…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Proojektoonni lafa hektaara 260 Jallisiin misoomsuu danda'an tajaajila laachuu eegaluu ibsameera.
Naannoo Somaalee Godina…
Balaa lolaa rooba gannaan mudatu ittisuuf qophii taasisuun barbaachisaadha- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Balaa lolaa rooba gannaan mudatu ittisuuf qophii taasisuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo…