Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin bakkewwan daa’imman taphachaa qaamaa fi sammuun guddachuu danda’an babal’isuu cimee itti…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC )- Hojiin bakkewwan daa’imman taphachaa qaamaa fi sammuun guddachuu danda’an babal’isuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Magaalonni Ismaartiin hundaa’uun kenniinsa tajaajilaa guddiseera- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC)- Magaalonni Ismaartiin hundaa’uun kenniinsa tajaajilaa guddiseera jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin.…
Warshaan oomisha dhugaattii Keenyaa teeknooloojii ammayyaan ijaarame- Pireezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC)- Warshaan oomisha dhugaattii Keenyaa teeknooloojii ammayyaa sadarkaa addunyaan amma irra geesseen ijaarame jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa dinaagdee hogganee hawaasa hiyyummaa keessaa baasaa jira- Pir. Shimallis…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa dinaagdee hogganee hawaasa hiyyummaa keessaa baasaa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Itiyoophiyaan kan badhaatu humna namaafi qabeenya uumamaa yoo misoomsine- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan kan badhaatu humna namaafi qabeenya uumamaa keenya yoo misoomsine jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Bakka Dooktar Abiy Ahimad argamanitti kutaan egzibiishinii dhaabbii Godaambaa Saaynsii baname
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC) – Bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti kutaan egzibiishinii dhaabbii Godaambaa Saaynsii ifatti banameera.
Kutaan egzibiishinii…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Warshaa dhugaatii Keenyaa eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Warshaa dhugaatii Keenyaa eebbisiisuun hojii eegalchiisan.
Sagantaan eebba warshaa dhugaatii Keenyaa…
Qulqullinni barnootaa imaammata mootummaa qofaan hin deebi’u – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Qulqullinni barnootaa imaammata mootummaa qofaan kan deebi'u osoo hin taane gahee qaama hundaa gaafata jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Dhugaa fi beekumsi akka moo’u barsiisonni cichoominaan hojjechuu qabu – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Dhugaa fi beekumsi akka moo'u barsiisonni cichoominaan hojjechuu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Biyyi dhalootaaf taatu kan…
Maallaqni beekamtii malee Mindaarraa muramu dogogora qofa osoo hin taane yakka – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Maallaqni beekamtii malee Mindaa barsiisotaarraa muramu dogogora qofa osoo hin taane yakkaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…