Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaafi Kuwaataar tumsa invastimantii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Kuwaataar tumsa invastimantiifi misoomaa cimsuuf waliigalan.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Walga’ii waggaa…
Du’aan boqochuu Hajii Muftii Umar Idiriis hordofee eebbifamoo Abunee Maatiyaas ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Hajii Muftii Umar Idiriis hordofee Paatiriyaarikiin Mana Amantaa…
Itiyoophiyaa fi Baankiin Investimentii Misooma Bu’uuraa Eshiyaa tumsa qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan fi Baankiin Investimentii Misooma Bu'uuraa Eshiyaa tumsa qaban cimsuuf waliigalaniiru.
Ministeerri Maallaqaa Ahimad Shidee walga'ii…
Atileet Salamoon Baaraggaa Walakkaa Maraatoonii Jaappaan Tookiyoo injifate
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC) - Atileet Salamoon Baaraggaa Walakkaa Maaraatoonii Jaappaan Tookiyootti fiigame injifateera.
Atileet Salamoon Baaraggaa dorgommicha xumuruuf sa’aatii…
Paartiin Badhaadhinaa dameelee hundaan milkaa’inaan imalaa jira- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC)- Paartiin Badhaadhinaa dameelee hundaan milkaa’inaan imalaa jira jedhan Pirezidaantii Itti aanaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Muummee Paartii…
Dooktar Abiy Ahimad Paarkii gaarreen Baaleetti kilaastara Harannaa daawwatan
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii gaarreen Baaleetti kilaastara Harannaa daawwataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisanIiiru.
Godina Baalee aanaa Dalloo Mannaatti…
Jiruuf Jireenya Qonnaan bultootaafi Horsiisee bultootaa fooyyessuuf kutannoon mootummaa bu’aa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Godinaalee 10 aanaalee 23'f Paampiin bishaanii kumni 1 fi 945 Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee bultootaaf dabarfameera.
Godinaaleen Oromiyaa sagantaa…
Hojiileen bu’aa qabeessi fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjetaman – Kaantiibaa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Kurmaana 1ffaa bara 2018 keessa hojiileen bu'aa qabeessi fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjetaman jedhan Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech…
Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha – Obbo Geetuu…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun.…