Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baajanni Galii waloo naannoleef qoodamu jijjiirama qabatamaan fide
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Baajanni haqa qabeessi Galii waloon naannoleef dabarfamu jijjiirama qabatamaa fide jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar.…
Qormaanni bahiinsa barattoota yuuniivarsiitiif kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Qormaanni bahiinsa yuuniivarsiitii eebbaan duraa bara 2017 kennamuu eegaluu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Qormaatichi guyyaa har’aa irraa eegalee…
Sooftiweeriin filattoonniifi kaadhimamtoonni onlaayiniin ittiin galmaa’an qophaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017(FMC) – Boordiin Filannoo biyyaalessaa sooftiweerii filattoonniifi kaadhimamtoonni filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa karaa onlaayinii ittiin galmaa’uu danda’an…
Godina Arsiitti, oomisha qonna gannaa bara 2017/2018f lafti hektaarri kumni 900 ol qotamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) - Godina Arsiitti, oomisha qonna gannaa bara 2017/2018’f lafti hektaarri kumni 900 fi kumni 38 qotamaa jira jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa.
Godina…
Federeeshinichi galteewwan qonnaa Birrii biiliyoona 3 oliin bituun qonnaan bultootaaf dhiyeessa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017(FMC) – Federeeshiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Qonna Oromiyaa galteewwan qonnaa sadarkaa isaanii eeggatan Birrii biiliyoona 3 oliin bituun qonnaan bultootaaf…
Hojiin misooma koriidarii Gaaraajii Anbassaa – Jaakroos – Addabaabaayii Gooroo naannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad misoomni koriidarii Gaaraajii Anbassaa - Jaakroos - Addabaabaayii Gooroo naannoo dhiphinni yaa'iinsaa cimaan ture…
Kitaabni “Abc Turizimii Oromiyaa” fi “Abc Turizimii Itiyoophiyaa” eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) - Kitaabni “Abc Turizimii Oromiyaa” fi “Abc Turizimii Itiyoophiyaa” jedhamuun afaanota sadiin barreefame eebbifame.
Kitaaba Afaan Oromoo, Amaaraa fi…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad misooma koriidarii Gaaraajii Anbaassaa – Jaakiroos…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee wajjiin ta'uun misooma koriidarii Gaaraajii Anbassaa - Jaakiroos -…
Miidiyaaleen bilisummaa qabanitti fayyadamuun gabaasa faayidaa biyyaalessaaf dursa kenne hojjechuu…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC)_ Mootummaan jijjiiramaa miidiyaaleef bilisummaa barbaachiisu kenneera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee…
Pirojeektoota qulqullinaa fi ariitiin xumuruun bu’aan gaariin galmaa’e- Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC )- Waggoottan darban ijaarsa pirojektootaa qulqullinaa fi ariitiin xumuruun bu’aan gaarii galmaa’eera jedhan Ministirri Ministeera…