Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idiilee 9ffaa har’as itti fufuun gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 13,2017 (FMC)_ Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara Hojii caffee 6ffaa har'as itti fufuun gaggeessaa jira.
Yaa'icharratti Pireezidaantiin Mana…
Qormaata heddu keessatti seenaan Hojjetameera – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Waggoottan darban qormaata hedduu keessatti seenaa boonsaan hojjetameera jedhan Pireezidaantiin Mootumma Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Rakkoo nageenyaa jiru furuuf ni hojjetama – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Adoolessa 12, 2017 (FMC) – Rakkoo Nageenyaa jiru waaraan furuuf ni hojjetama jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.
Mootummaan…
Hospitaaloota gara Riifaraaliitti guddisuuf hojjetamaa jira jedhan – Piroofeesar Natsaannat
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Hoggantoonni Biiroolee Oromiyaa gaaffilee miseensonni caffee Oromiyaa kaasaniif deebii kennaniiru.
Rakkoo fayyaa hawaasaa furuuf pirojektoonni…
Bara dhufu kitaabileen miiliyoonni 29 ni maxxanfamu – Dooktar Tolaa Baariisoo
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Bara barnootaa 2018 kitaabilee miiliyoona 29 maxxansuun raabsuuf karoorfame jedhan Hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon.
Dooktar…
Magaalichi raawwii hojii bara 2017 fi karoora bara 2018 gamaaggamuu eegale
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii bara 2017 fi karoora bara 2018 gamaaggamuu eegale.
Bara hojii 2017 keessa karoora keenya % 95 raawwanneera…
Naannoo Harariitti sagantaan ashaaraa magariisaa bara kanaa eegale
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) -Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badiriin sagantaa dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa eegalchiisan.
Sagantaan Ashaaraa…
Miseensonni Buusaa Gonofaa Oromiyaa miiliyoona 27 qaqqaban – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa’aa jira.
Lakkoofsi Miseensota Buusaa Gonofaa…
Yuunivarsiitiin Goondar barattoota kuma 2 fi 590 eebbisiise
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Yuunivarsiitiin Goondar barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 590 eebbisiise.
Eebbifamtoonni kunneen sagantaa digirii jalqabaa,…
Lammiilee miiliyoona 2 oliif carraan hojii uumame – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa’aa jira.
Naannoo Oromiyaatti bara baajata 2017…