Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haalli mijataan uumame Irreechi Hora Harsadee duudhaa isaa eegee akka kabajamu gargaare –…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2018(FMC)- Haalli mijataan uumame Irreechi Hora Harsadee duudhaa isaa eegee bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een akka kabajamu gargaare jedhan hirmaattonni.
Hojiileen…
Sirni Irreechaa Harsadee haala ho’aa ta’een kabajameera
Finfinnee, Fulbaana 25. 2018(FMC) - Sirni irreeffannaa Irreecha Malkaa Harsadee eebba Abbootii Malkaa fi Abbootii Gadaan eegalamuun
Abbootiin Gadaa fi abbootiin Malkaa eebbaan Malkaa erga…
Bishooftuun Ayyaana Irreechaa Harsadee kabajuuf qophii xumuruun keessummoota simatteetti
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Bishooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa Bishooftuun Ayyaana Irreechaa Harsadee bara kanaa kabajuuf qophii xumuruun keessummoota…
Duudhaalee Irreechaa beeksisuu keessatti Faanaa Miidiyaa Korporeeshin gahee olaanaa bahateera
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Duudhaaleen Irreechaa sabaafi sablammoota keessatti akka dagaagu taasisuu keessatti Faanaa Miidiyaa Korporeeshin gahee olaanaa bahateera jedhan Hogganaan…
Miidiyaan misooma babal’isuu, jaalalaafi obbolummaa cimsuu keessatti shoora olaanaa qaba- Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Miidiyaan misooma babal'isuu, jaalalaafi obbolummaa cimsuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korporeeshin…
Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee haala ho’aa ta’een kabajamuun xumurame- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee bara kanaa haala ho’aa ta’een kabajamuun xumurameera jedhan.…
Hora Finfinneetti milkoofneerra- Pirezidaanti Shimmallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Irreechi Hora Finfinnee haala ho’aa ta’eefi milkiin xumurameera jedhan.
Obbo Shimallis…
Lolaa Sudaan keessatti mudate hidha haaromsaan walqabsiisuun himannaan dhiyaate bu’uura hin qabu…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC) –Balaa lolaa Sudaan keessatti mudate hidha haaromsaan walqabsiisuun himannaan dhiyaate himannaa bu’uura hin qabne ta’uu Itiyoophiyaan ibste.
Ijipti…
Sirni irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee eegale
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Sirni irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee bara 2018 eegaleera.
Sirni irreeffannaas malkaan eebbaan saaqamuun eegalameera.
Ayyaanni Irreechaa bara…
Obbo Ahimad Shiideen Pirezidaantii Itti aantuu Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Pirezidaantii Itti aantuu Baankii Addunyaa Maamtaa Muurtii waliin haala damee misooma namaan waloon…