Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmeewwan kumni 400 fi kumni 60 ol Mana Murtii Aadaan furmaata argatan – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa’aa jira.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Birriin biiliyoonni 1.5 Maalammaltummaaf saaxilame deebi’e – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa’aa jira.
Yaa’ichaaf gabaasa raawwii hojii kan…
Mootummaan naannicha hojiilee gama hundaan hojjeteen bu’aan argame – Pireezidaanti…
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Mootumma Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan gabaasa raawwii hojii bara 2017 dhiyeessaa jiru.
Nageenya naannichaa mirkaneessuuf…
Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 9ffaa gaggeessu eegale
Finfinnee Adoolessa 12, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara Hojiii caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa'icharratti Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Piroojektoonni barnootaa 150 har’a eebbifaman bu’aa amanamummaan tajaajiluuti- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoonni barnootaa 150 guyyaa har’a eebbifaman bu’aa ifaajjiifi amanamummaan tajaajiluuti…
Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Barri baajataa 2018 bara imala dandamachuu cichoomsuuf bu’aawwan haaraa galmeessuuf waloon hojjennuudha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo…
Adeemsa marii keessatti hirmaannaa paartilee dorgomtootaa guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa marii keessatti hirmaannaa paartilee dorgomtootaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhe.
Dubbii Himaan Komishinichaa…
Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti- Dooktar Iyyoob Takkaalliny
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017(FMC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny Itiyoophiyaan diinagdee cimaafi waaraa ijaaraa jirti jedhan.
Konfiransiin…
Misoomni Koriidarii Yuunivarsiitiin Haramayaa Magaalaa Harar keessatti hojjete tajaajilaaf baname
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC) - Misoomni Koriidarii Yuunivarsiitiin Haramayaa hambaa Jugal keessatti hojjete eebbifamuun tajaajilaaf baname.
Naannicha bakka ga'umsa Tuurizimii…
Hojii Buusaa Gonofaan hojjetameen humni dandamannaa keenya dabalaa dhufeera- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Hojii Buusaa Gonofaan hojjetameen humni dandamannaa keenya dabalaa dhufeera jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…