Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojeektonni guguddoon eegalaman olkaa’iinsa dinagdeef bu’uura kaa’u – Obbo Malaakuu Allebal
Finfinnee, Fulbaana 26,2018 (FMC) - Pirojeektonni Waarshaa xaa’oo biyyee fi waarshaa misooma albuudaa olka’iinsa dinagdeef bu’ura kan kaa’anii dha jedhan Ministirri Indaastirii Malaakuu…
Irreechi waltajjii waggaa waggaan waadaa Oromummaa keenya itti haaromsannuudha – Abbaa Gadaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Irreechi waltajjii guddaa waggaa waggaan waadaa Oromummaa keenya itti haaromsuun tokkummaa keenya itti itichinuudha jedhan Abbaan Gadaa Saglan Iluu…
Poolisiin naannoo Amaaraa nagaa lammiilee eeguuf aarsaa hedduu kaffaleera – obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Poolisiin naannoo Amaaraa nagaa lammiilee naannichaa eeguuf aarsaa guddaa kaffaleera jedhan Mnistirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa. …
Sirni baniinsa bara hojii Manneen Maree lamaanii boru geggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Sirni baniinsa bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa fi bara hojii 5ffaa Mana Maree Federeeshinii boru geggeeffama.
Yeroon hojii Mana…
Qaamooleen ayyaanni Irreechaa milkaa’inaan akka xumuramuuf ga’ee keessan baatan galata…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Irreechi Hora Finfinnee fi Harsadee miidhagina ol aanaa fi karaa tasgabbii qabuun akka kabajamuuf qaamooleen gahee keessan baatan hundi galatoomaa jedhan…
Ayyaanni Irreechaa obbolummaa fi jaalalli kan ittiin ibsame dha – Hirmaattota
Finfinnee, Fulbaana 25,2018 (FMC) - Ayyaanni Irreechaa Harsadee jaalallii fio obbolummaan Itiyoophiyaanummaa kan ittin mulateedha jedhan hirmaattonni ayyaanichaa.
Ayaana tokkummaa,…
Jilli Guddaan Oromoo milkiin xumurame – Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa
Finfinnee, Fulbaana 25, 2018(FMC) - Abbaan Gadaa Goobana Hoolaa fi Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa kabaja Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee har'a kabajame ilaalchisee…
Irreechi aadaa addunyaa ta’e – obbo Alamaayyoo Asaffaa
Finfinnee, Fulbaana 25,2018 (FMC) - Ayyaanni Irreechaa kan Oromoo ta’uu irra darbee aadaa uummata addunyaa ta’aa jira jedhan kantiibaan magaalaa bidhooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa.
Obbo…
Irreechi aadaa addunyaa ta’e – obbo Alamaayyoo Asaffaa
Finfinnee, Fulbaana 25,2018 (FMC) - Ayyaanni Irreechaa kan Oromoo ta’uu irra darbee aadaa uummata addunyaa ta’aa jira jedhan kantiibaan magaalaa bidhooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa.
Obbo…
Irreecha Hora Harsadee ulfoo keessanitti ulfina waan hortaniif galatoomaa – Pirezidaanti…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FMC) – Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo shimallis Abdiisaa Irreechi Hora Harsadee karaa ulfinaa fi dudha isaa eegeen akka kabajamuu ga’ee…