Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiileen badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuuf dandeessisan hojjetamaniiru- Aadde Muufariyaat…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Bara baajataa xumurametti hojiileen guddinaafi badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu dandeessisan hojjetamaniiru jedhan Ministirri Ministeera Hojiifi…
Balalliin Abuu Daabii tattaaffii daandiin qilleensichaa Afrikaa addunyaa waliin walitti hidhuuf…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Balalliin Abuu Daabii eegaluun tattaaffii Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Afrikaa addunyaa waliin walitti hidhuuf taasisu cimsa jedhan Hojii…
Galmeen filattoottaa filannoo majilisaa Adoolessa 13 xumurama
Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Galmeen filattootaa filannoo majiliisa Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Adoolessa 13 xumurama.
Walitti qabaan Boordii…
Hoggantonnii fi Miseensonni Raayyaa Ittisaa Biqiltu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Hoggantonni fi Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa biqiltuu Ashaaraa magariisa dhaaban.
Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal…
Qulqullina Bunaa dabaluun diinagdee biyyaa utubuuf hojjetamaa jira-Obbo Geetuu Gammachuu
Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Oomishtummaa fi qulqullina oomisha bunaa dabaluun dinagdee biyyaa utubuuf hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun.…
Magaalaa Dirre Dhawaatti sosochiin “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” bu’aa jajjabeessaa…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2017(FMC)- Magaalaa Dirre Dhawaatti sosochiin "Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu" bu’aa jajjabeessaa argamsiiseera jedhan Itti aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa…
Qorannoo raawwii hojii Paartiifi Mootummaa bara 2017’fi boqonnaa qophii karoora bara hojii 2018…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) - Qorannoo raawwii hojii Paartiifi Mootummaa bara 2017’fi boqonnaa qophii bara hojii 2018 guyyoota darbaniif gaggeeffamaa turre milkiin xumuramuu…
Miseensonni IS ergama Shororkeessummaaf qophaa’an 82 to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) - Miseensonni IS ergama Shororkeessummaaf qophaa'an 82 to'ataman jedhe Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa.
IS Puuntilaandi keessa socho'u…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf mala tokko – Awwal Aarbaa
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa madaala uumamaa eeguun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf mala tokko jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal…
Qaamoolee nageenya naaannoo Oromiyaa jeeqanirratti tarkaanfiin ni fudhatama – BBNO
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Mootummaan qaamoolee nageenya naaannoo Oromiyaa jeeqanirratti tarkaanfii ni fudhata jedhe Biiroon Bulchinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa.
Mootummaan…