Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsa Giddugala Aadaa Shanan Gibeetiif deeggarsi Birrii miiliyoona 12.5 taasifame
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa, yuuniyeeniiwwanii fi waldaaleen qonna maraa akkasumas daldaltootni Godina Jimmaa dhimma ijaarsa giddu gala aadaa Shanan Gibee irratti…
Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee injifannoo duula birmadummaa fi rakkoolee waraana boodarratti…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee injifannoo duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gaggeeffameen argamee fi rakkoolee waraana booda muudachuu danda’u haala…
Magaalaa Bulee Horaatti manni murtii aadaa hundeeffame
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Godina Gujii Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaatti Manni Murtii aadaa hundeeffameera.
Hundeeffama Mana Murtii aadaa kanarratti Preezdaantiin Mana…
Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan filatamu
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan akka filatamanii fi muudamni isaanii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataan kan ragga’uu ta’uu Koreen…
Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Bulchiinsi Biluu Naayil waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Sudaanitti Bulchiinsi Biluu Naayil hariiroo kana dura ture caalmaatti cimsuu dhimmoota dandeessisanirratti waliin…
Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara dhimmoota Afrikaa…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara olaanaa dhimmoota…
Magaalaa Galaanitti proojektoonni adda addaa buleeyyii fi haaraan 53 hawaasaan daawwatamaan
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Godina Adda Naannawaa Finfinnee magaalaa Galaanitti projeektoonni garaagaraa 53 Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 13 oliin hojjetamaa jiran hawaasaan…
Diyaaspoorawwan gurmaa’uun dhimma biyyaa qabatee akka socho’u taasiisuun danda’ame –…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Diyaaspoorawwan gurmaa’uun dhimma biyyaa qabatee akka socho’u taasiisuun danda’amuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera.
Dubbii Himaan Ministeera…
Mariin Tokkummaa adeemsa duula birmadummaa keessatti argame Badhaadhina hundagaleessa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa olaanoon haala waqtaawaa biyyarratti guyyaa mari’ata jiru.
Mootummaan dirqamaan kan itti seenee waraanaa…
Magaalonni Koonii fi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Magaaloonni Kooniifi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa adda citee ture deebisaani argataniiru.
Tajaajilli Elektirkaa Ityoophiyaa…