Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya keessummootaa eeguuf hunduu itti gaafatamummaa isaa ba’achuu qaba jedhame
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Nageenya diyaaspoorotaa fi keessummoota biroo gara Ityoophiyaa dhufanii akka eegamuuf hunduu itti gaafatamummaa isaa ba’achuu akka qabu ibsame.…
Hoggantoonni waldaa ogeeyyoota Seeraa Ityoophiyaa fi Ministeerri Haqaa iddoowwan waraanaa miidhaman…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Hoggantoonni fi hoji raawwachiiftoonni waldaa ogeeyyoota Seeraa Ityoophiyaa fi Ministeerri Haqaa FDRI naannolee Amaaraa fi Affariitti iddoowwan garee…
Sagantaan dandamachiisa bosonaa fi irra lafaa ifoome
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Ministeerri Qonnaa, Inistiitiyuutii Misooma Magariisaa Idil Addunyaa fi dhaabbanni Tumsaa Idil Addunyaa Kooriyaa waloon hojiirra kan oolchan Sagantaan…
Kutaan magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 ol…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Qiirqoos Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Buufata xiyyaaraa Dirree Dawaatti dhoo’iinsa meeshaa waraanaa muudateera jechuun odeeffannoon…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Buufata xiyyaaraa Dirree Dawaatti dhoo’insi meeshaa waraanaa muudate jechuun odeeffannoon miidiyaa hawaasan tatamsa’e soba ta’uu Poolisiin…
Kaaba Walloo magaalaa Gaashanaatti Humni Elektirikaa adda citee ture tajaajila eegale
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Kaaba Walloo magaalaa Gaashanaatti Humni Elektirikaa sababa garee shororkeessaa ABUTtiin baatii 5f adda citee ture guyyaa har'aa tajaajila…
Lammiileen Ityoophiyaa Jarmanii fi Ameerikaa jiraatan torbee kan gara biyyaa kana dhufan ta’uu…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Jarmanii fi Ameerikaa jiraatan torbee kana gara biyyaa dhufuuf qophii xumuruu beeksiisaniiru.
Lammiileen kunneen…
Naannoo Afaaritti hojiin idilee mootummaa adda cite ture boru ni eegala
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti sababa weerara garee shororkeessaa ABUT hojiin idilee mootummaa adda cite ture boru kan eegalu ta’uu Biiroon Paablik Sarvisii…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaamolee weerara lafaa irratti hirmaatan irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Qaamolee weerara lafaa gaggeessan irratti tarkaanfii fudhachuu Biiroon Bulchiinsa Lafaa magaalaa Finfinnee beeksiise.
Hoggantootaa fi…
Magaalaa Kombolchaatti Warshaalee miidhamanii turan keessaa 11 hojii eegalan
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) –Magaalaa Kombolchaatti Warshaalee gareen shororkeessaa ABUT barbadeese keessaa 11 hojii eegaluu Ministeerri Indaastirii beeksiise.
Warshaalee…