Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensi Kongiraasii Keeriin Baas xalayaa Ityoophiyaan AGOA keessaa akka turtu gaafatuu Masaraa…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Dhageettii olaanaa kan qaban Miseensa Kongiraasii Ameerikaa Keeriin Baas xalayaa Ityoophiyaan AGOA ''The African Growth and Opportunity Act'' keessaa akka…
Kutaan magaalaa Lammii Kuraa godina Kamiseetti lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kutaan Bulchiinsa Magaalaa Lammii Kuraan jiraattoota godina Adda Saba Oromoo Walloo Kamiseetti sababa waraanaa ABUT baneen buqqa’aniif…
Hojiimataa badaa magaalotaa keessatt mul’atan hambisuuf kutannoon hojjechuun murteessadha…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Hojiimataa badaa magaalotaa keessatt mul'atan hambisuuf kutannoon hojjechuun murteessaa ta’uu Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa beeksise.…
Waltajjiin marii Addis Wag mata duree “ Birmadummaa Eeguun Guddina Itti fufsiisuu” jedhuun…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Waajjira Muummee Ministiraatti guyyaa har'aa Waltajjii marii Addis Wag “ Birmadummaa Eeguun Guddina Itti fufsiisuu” mata duree jedhuurratti gaggeeffamaa…
Akkaatuma waamicha biyyaan keessummoota gara Ityoophiyaa dhufan simachuuf koreen hundaa’uun…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) - Akkaatuma waamicha biyyaan keessummoota gara Ityoophiyaa dhufan simachuuf koreen biyyaalessaa hundaa'uun qophiin xumuramuu Itti aanaan Muummee Ministiraa…
Qaamoleen tajaajila haqa-qabeessa ummataaf hin laanne seeraan gaafatamu – BMNO
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) –Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa ibsa ejjennoo baaseen qaamoleen tajaajila haqa-qabeessa ummataaf hin laanne seeraan kan gaafataman ta’uu…
Kaabineen magaalaa Finfinnee walga’ii idilee gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarse
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 3ffaa waggaa 1ffaa gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarseera.
Kaabineen Magaalichaa…
Tokkummaan waraana nu injifachiise miidhaa qaqqabe deebisanii ijaaruuf itti fufuu qaba – Hoggantoota…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Tokkummaan waraana nu injifachiise lammiilee buqqa’an deebisanii ijaaruufis cimee itti fufuu akka qabu Hoggantoonni Biiroolee Turizimii Naannoo…
Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomte
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.
Humni waloo nageenyaa injifannoo…
Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jira
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jiraachuu ibsi hoggantoonni garichaa laatan ni muul’isa jedhame.…