Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomte
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.
Humni waloo nageenyaa injifannoo…
Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jira
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jiraachuu ibsi hoggantoonni garichaa laatan ni muul’isa jedhame.…
MNO Inistiitiyuutii Ji’oospaashaali Ityoophiyaarraa kaartaa tuuristii fudhate
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa Inistiitiyuutii Ji’oospaashaali Ityoophiyaarraa kaartaa Tuuristii fudhate.
Kaartichi qabeenya tuurizimii Oromiyaan qabdu…
Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegalan
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegaluu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksiise.
Hojiirra…
MNO fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu ibsame.
Walitti qabaan Koree Sassaabbii deeggarsaa…
Godinichatti oppireeshinii qindaa’aa qamoleen nageenyaa gaggeessaniin namoonni 62 farra nageenyaan…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Kamaashiitti sakattoo fi oppireeshinii qindaa’aa qamoleen nageenyaa gaggeessaniin namoonni 62 farra nageenyaan…
Godina Wallagga Bahaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa waliin to’ataman
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa gosa adda addaa waliin to'atamuu ibsame.
Aanichaa…
Godinichatti hojiin qonna qamadii jallisii bonee % 94 ol misoomuu ibsame
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti lafa heektaara kuma 12 fi 788 irratti qamadii jallisii boneen misoomsuuf karoorfamee hanga yoonaatti lafti hektaarri kuma 12 fi 37…
Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsanme.
Godina Wallagga Lixaa Aanaalee Ganjii,…
Yuunvarsiitiin Haramaayaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa qorichaa taasise
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Haramaayaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa qorichaa Birrii miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5tti shallagamu taasiseera.
Yuunvarsiitichi…