Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoon dhufu aadaa tumsaa fi morkiin akka dagaagu xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) –Filannoon dhufu aadaa tumsaa fi morkiin akka dagaagu xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhan Waajjira Paartii Badhaadhinaatti Itti Gaafatamaan…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa aadaa jijjiirama ilaalchaa fi jireenyaa ta’aa dhufeera –Amb.Reedwaan…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) –Sagantaan Ashaaraa Magariisaa aadaa jijjiirama ilaalchaa fi jireenyaa ta’aa dhufeera jedhan Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya…
Baankichi kuufama maallaqaa waggoota 77 keessatti hin galmeessine bara baajataa tokkotti galmeesse
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) –Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2017qofa Birrii biiliyoona 500 fi biiliyoona 15 ol walitti qabe jedhe
Baankichi erga hundeeffame waggoota…
Pireezidaanti Taayyeen Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban.
Pireezidaanti Taayyeen hojjettoota Waajjira isaanii waliin…
Magaalichatti manneen jireenyaa kumni 55 ol ijaaramuun dabarfamaniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2017’tti manneen jireenyaa kumni 55 fi 729 ijaaramuun dabarfamaniiru jedhan Kantiibaan Magaalichaa…
Dameen Hariiroo Uummataafi Kominikeeshinii tokkummaan sabdaneessaa akka cimuuuf hojjeteera- Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Dameen Hariiroo Uummataafi Kominikeeshinii tokkummaan sabdaneessaa akka cimuuf hojjeteera jedhan Hogganaan Damee Uummataafi Hariiroo Idil-addunyaa…
Tajaajiloota 347 diijitaalessuun komiiwwan hir’isuun danda’ameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti tajaajiloota 347 diijitaalessuun komiiwwan hir’isuun danda’ameera jedhan Kantiibaan bulchiinsa magaalichaa Adaanech…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017( FMC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasa raawwii karoora bara baajataa 2017 fi…
Qabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa birrii Tiriiliyoona 2.3 ga’e
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017(FMC) - Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa qabeenya waliigalaa isaa birrii Tiriiliyoona 2.3 irraan ga’adhe jedhe.
Pirezidaantiin Baankichaa Abbee Saannoo yaa’ii…
Manni marichaa hojii seera baasuu, to’annoo fi hordoffii qorannoon deeggaruun hojjechaa jira
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hojii seera baasuu, to’annoo fi hordoffii qorannoon deeggaruun hojjechaa jira jedhan Af Yaa’iin mana marichaa obbo…