Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iwwan idil addunyaa torbeewwan itti aanaan Finfinneetti taa’aman keessummeessuuf qophii gahaan…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Yaa’iwwan idil addunyaa torbeewwan itti aanaan Magaalaa Finfinneetti taa’aman ga’umsaan keessummeessuuf qophii gahaan taasiifamaa jira jedhe Ministeerri…
Bara baajataa xumurame keessa lammiileen kumni 100 fi kumni 31 ol gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Bara baajataa xumurame keessa lammiileen Itiyoophiyaa biyyoota alaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 100 fi kumni 31 ol gara biyyaa deebi’an jedhe…
Bara 2017 akka biyyaatti bu’aaleen guguddoon galmaa’an- Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC)-Bara baajataa 2017 akka biyyaatti bu’aaleen guguddoon galmaa’an jedhan Paartii Badhaadhinaatti Hogganaan Damee Ijaarsaa obbo Fiqaaduu Tasammaan.…
Oromiyaatti gamaaggamni raawwii dameelee garaagaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Kilaasterri Hawaasummaa fi Horataalee Mootummaa gamaaggama raawwii hojii bara 2017 gaggeessaa jiru.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Ajajni Giddugala Daalool dhiiga arjoome
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Raayyaa Ittisaatti Ajajni Giddugala Daalool mata duree ‘dhiiga haadholiif’ jedhuun sagantaa dhiiga arjoomuu gaggeesse.
Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa…
Xumuramuun Hidha Haaroomsaa Walitti hidhamiinsa diinagdee naannawichaa guddisa
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC)- xumuramuun Hidha Guddicha Haaroomsa Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa diinagdee guddisuun naannawaa Baha Afrikaatti nageenya waareessa jedhan hayyoonni.…
Kutaa Magaalaa Sulultaatti Piroojektoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulutaatti pirojektoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman guyyaa har’aa eebbifamaniiru.
Sirna…
Wallagga Bahaatti eeggattummaa hambisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Buusaan Gonofaa Oromiyaa Dameen Godina Wallagga Bahaa godinichatti eeggattummaa hambisuuf hojjetamaa jira jedhe.
Buusaa Gonofaa Oromiyaa Dameen…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa jijjiirama dinqisiisaa argisiiseera- Dooktar Raamiiz Alaakaabaaroov
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Itti aanaan Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomaniifi Itiyoophiyaatti Qindeessaan Deeggarsa Namoomaa Dooktar Raamiiz Alaakaabaaroov Sagantaan Ashaaraa…
Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa misoomaan walitti hidhuuf hojjechaa jirti- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan biyyoonni Afrikaa misoomaan haaloota walitti hidhamu danda’anirratti xiyyeeffannoon hojjechaa jirti jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…