Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti gamoowwan bulchiinsaa aanaalee ijaaramaa turan hojii eegalan
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guyyaa har’aa gamoowwan bulchiinsaa aanaalee abbaa darbii 10 sadii gara hojiitti galchine jedhan.…
Oromiyaatti buna qulqulluu kuntaala miiliyoona 6 ol gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Oromiyaatti bara kana buna ququllinni isaa eegame kuntaala miiliyoona 6 fi kuma 500 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa…
Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti- Dooktar…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo…
Seenessi gita bittaa Ijipti laga Abbayyaa irratti adeemsistu yeroon isaa irra darbeera- Dooktar…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Seenessi gita bittaa Ijipti laga Abbayyaa irratti adeemsistu yeroon isaa irra darbeera jedhan Waajjira Ministira Muummeetti Ministirri Qindeessaa Ijaarsa…
Hannaafi mancaatii bu’uuraalee misoomaa elektirikaa irra gahu ittisuuf waamichi dhiyaate
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Hannaafi mancaatii bu’uuraalee misoomaa elektirikaa irra gahu ittisuuf hundi qooda isaa akka bahatu waamichi dhiyaate.
Hojii raawwachiisaan Kominikeeshinii…
Lammiin Maalaawwii Artiistii beekamtuun Oomoo Saangareen hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Falmattuun mirga dubartoota Afrikaa, badhaafamtuun Giraamii Awwaardi Lammiin Maalaawwii Artiistii beekamtuun Oomoo Saangareen hojiilee misoomaa Finfinneetti…
Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee isaan dandeessisu mallatteessan.
Itaamaajoor Shuumiin waliigalaa Humna Waraanaa…
Gifaataan “UNESCO”n galmeeffammun ga’ee olaanaa qaba-Ministeericha
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) - Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Walaayitaa Gifaataan ambaa kiliyaa Addunyaa ta'ee "UNESCO"tti galmaa'uun isaa dudhaa isaa eeggatee dhaloota irraa dhalootatti…
Ministeerichi Magaalaa Maqaleetti ijaarsa Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa eegalchiise
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Magaalaa Maqaleetti Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa Birrii biiliyoona 2.24 oliin ijaaramu eegalchiiseera.…