Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf deebii kennuuf deeggarsi idil Addunyaa cimu qaba-Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan Jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf deebii kennuuf deeggarsi idil Addunyaa cimuu…
Itiyoophiyaan damee teeknooloojiin hojii dinqisiisaa hojjechaa jirti- Ministiroota biyyoottanii
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan guddina ishee saffisiisuuf hojiin damee teeknooloojiin hojjechaa jirtu dinqisiisaa jedhan Ministiroonni biyyoota garaagaraa Fooramii Carraa…
Hojjettoonni qisaasamaafi hanna ittisuun amanamummaafi kutannoon hojjechuu qabu- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hojjettoonni qisaasamaafi hanna ittisuun amanamummaafi kutannoon hojjechuu akka qaban hubachiisan.…
Tajaajilli tola ooltummaa walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…
Naannichatti qonna gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8.9 qotame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti qonna gannaa bara kanaan lafa hektaara miiliyoona 10.8 misoomsuuf karoorfamee hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8.9 qotame…
Jijjiiramni biyyaalessaa gaaffilee ummataa kanneen bu’uura ta’aniif deebii kennaa jira…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Jijjiiramni biyyaalessaa gaaffilee ummataa kanneen bu'uura ta'aniif deebii kennaa jira jedhan Ministirri Damee Gurmaa'insa Giddugala Qindeessa ijaarsa…
Misoomni Ashaaraa Magariisaa oomishaa fi oomishtummaa qonnaa guddisuu keessatti gumaacha olaanaa…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Misoomni Ashaaraa Magariisaa oomishaa fi oomishtummaa qonnaa guddisuu keessatti gumaacha olaanaa gumaachaa jira jedhan Pireezidaantiin Naannoo…
Tajaajilli Tola Ooltummaa Gannaa duudhaa waloon hojjechuu cimse – Pireezidaanti Awwal Aarbaa
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Tajaajilli Tola Ooltummaa Waqtii Gannaa naannoo Afaaritti hojjetamaa jiru duudhaa waloon hojjechuu cimse jedhan Pireezidaantiin naannichaa Awwal Aarbaan.…
Pilaat foormiin viiziiti Itiyoophiyaa jedhamu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Qabeenya Tuurizimii Itiyoophiyaan qabdu beeksisuu fi dhaadhessuuf kan oolu Pilaat foormiin mandhaleen 'viiziiti' Itiyoophiyaa jedhamu ifoomeera.
Pilaat…
Yaa’ii BRICS irratti diinagdee dandamataa ijaaruuf tumsi barbaachisaa ta’uun hubachiifameera-…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Yaa’ii BRICS 17ffaa irratti diinagdee dandamataa ijaaruuf tumsi barbaachisaa ta'uun…