Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi Magaalaa Maqaleetti ijaarsa Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa eegalchiise
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Magaalaa Maqaleetti Piroojektii dhabamsiisa dhangala’aa Birrii biiliyoona 2.24 oliin ijaaramu eegalchiiseera.…
Godina Horroo Guduruu Wallagaatti qamadiin Buusaa Gonofaan misoome walitti qabamaa jira
Finfinnee, Mudde, 1, 2018 (FMC)- Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruutti qamadiin Buusaa Gonofaan lafa hektaara 70 irratti misoome Kombaayinaraan walitti qabamaa jira.
Oomisha…
Dhaloota malaammaltummaa balaaleffatu horachuun barbaachisaadha – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Dhaloota namuusa qabuu fi malaammaltummaa balaaleffatu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo…
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin malaammaltummaa qolachuuf hojiilee hojjeteef beekamtiin kennameefira.
Guyyaa farraa malaammaltummaa 22ffaa kabajamaa…
Itiyoophiyaan qabsoo farra malaammaltummaaf xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjetaa jirti – Dooktar…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan akkaataa qajeeltoo Konveeshinii Farra Malaammaltummaa idil addunyaan malaammaltummaa qolachuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jirti jedhan…
Itiyoophiyaan Damee Inarjiin guddina Ardiichaaf waloon hojjechuuf murannoo qabdi – Obbo Adam…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan damee Inarjiin guddina Ardichaaf waloon hojjechuuf murannoo qabdi jedhan Sadarkaa Ministira Muummeet Itti aanaatti hogganaan Giddugala Ijaarsa…
Olaantummaa Seeraa mirkaneessuufi haqa waareessuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachiisadha_ Obbo…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC)_ Olaantummaa Seeraa mirkaneessuu fi haqa bu'yureessuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachiisaadha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii.…
Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Mitikkuu Kaasaan adabbii waggaa 13 fi Birrii…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Mitikkuu Kaasaan adabbii waggaa 13 fi Birrii kuma 50 adabamaniiru.
Mitikkuu Kaasaan haadha warraa fi…
Giifaataan beekamtii argachuun Itiyoophiyaaf hiikoo addaa qaba – Salamaawiit Kaasaa
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan UNESCOtti galmaa’uun Itiyoophiyaa fi Ummata Walaayittaaf hiikoo addaa qaba jedhan Ministirri Ministeera…
Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan hambaa addunyaa ta’uun galmaa’e
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbatni Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Ayyaana bara haaraa Walaayittaa Giifaataa hambaa Kiliyaa addunyaa taasisuun galmeesse.…