Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mul’anni keenya Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane dhaloota Afrikaa ijaaru horachuudha – Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Mul’anni keenya carraa hojii hirmaachisaa babal’isuun Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane dhaloota Afrikaa ijaaru horachuudha jedhan Ministirri Muummee…
Hojiilee Tajaajila Lammummaan bu’aaleen guguddoon argaman- BBO
Finfinnee Waxabajjii 30, 2017 (FMC) - Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee tajaajila lammummaa hojjetamaniin bu’aa gugudoon argame jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Naannoo Oromiyaatti…
Fooramiin carraa hojii uumuu Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee Waxabajjii 30, 2017 (FMC )- Fooramiin carraa hojii uumuu Afrikaa 3ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramicharratti Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen…
BRICS Yaada Haaraa fi Cimaa irraa ka’ee gara Humna Jijjiiramaa idil Addunyaa guddaa ta’eera…
Finfinnee Waxabajjii 30, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 17ffaa BRICS irratti haasawaa taasisaniiru.
BRICS Yaada haaraa fi cimaa irraa ka’uun gara Humna…
Tumsa idil addunyaa cimsuu keessatti bu’a qabeessummaan Waltajjii BRICS ittufuffera – Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad waltajjiin BRICS gama tumsa idil - addunyaa fi misooma waloo guddisuutiin bu’a qabeessa ta’ee itti fufeera…
Magaalichatti Pirojektoonni birrii miliyoona 200 oliin hojjetamaa turan eebbifamuun tajaajilaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC) - Bulchiinsa Magaalaa Fiicheetti Pirojektoonni misooma garaa garaa birrii miliyoona 200 fi miliyoona 70 oliin ijaaramaa turan eebbifamuun…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Chaayinaa Dooktar Lii Kiyaangi waliin dhimmoota gamlamee irratti mari’atan.
Ministirri…
Naannoo mijataa fi hawwataa uumuun ga’ee hundaa ta’uu qaba- lnjiinar Lalisee Namee
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC) - Daayrektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Injiinar Lalisee Namee naannoo hawwataa fi jireenyaaf miijataa ta’e uummuun ga’ee hundaa ta’uu qaba…
Oromiyaatti piroojektoonni jallisii fi Finnaa hojjetamaa jiran hirkaatummaa dinaagdee jala baasuu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti piroojektoonni jallisiifi Finnaa hojjetamaa jiran hawaasa hirkaatummaa dinaagdee jalaa baasuu danda'aniiru jedhan Gorsaan…
Faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf garaagarummaan siyaasaa hin daangessu- Piroofeesar…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017 (FMC)- Hogganaan Paartii Haqa Hawaasummaa Lammiilee Itiyoophiyaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf garaagarummaan…