Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injifannoon Adwaa injiffannoo waloo lammiillee Ititoophiyaa hundaati – Hayyoota
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa injiffannoo waloo lammiilleen Itiyoophiyaa hundi garaagarummaa amantaa, aadaa, Afaanii fi eenyummaan osoo wal hin qoodin waloon…
Itti gaafatamtoonni caasaa gandaa carraa argataniin hawaasa isaanii sirnaan tajaajiluu qabu –…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) –Itti gaafatamtoonni caasaa gandaa carraa argataniin hawaasa isaanii sirnaan tajaajiluu akka qaban Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa naannoo Oromiyaa…
Tasgabbii naannawaa Daangaa Afaarii fi Somaaleetti argame waaressuun murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) –Tasgabbii naannawaa Daangaa Afaarii fi Somaaleetti argame caalmaatti waaressuun murteessaa ta'uu ibsameera.
Walitti bu'iinsa naannawaa Daangaa…
Aanaa Dabaarqitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Goondar Kaabaa aanaa Dabaarqitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbuu Poolisiin godinichaa ibse.
Balaa kanaan…
Fooramiin Biiznasii Itiyoo Chaayinaa dhaabbilee 300 ol hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Fooramiin Biiznasii Itiyoo Chaayinaa dhaabbilee 300 ol hirmaachise Beejiingitti gaggeeffameera.
Chaayinaatti Embaasiin Itiyoophiyaa koree Tumsaa fi…
Piroojektiin Qonni Itiyoophiyaa caalmaatti jijjiirama qabeenya qilleensaa akka dandamatu deeggaru…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Piroojektiin Qonni Itiyoophiyaa caalmaatti jijjiirama qabeenya qilleensaa akka dandamatu deeggaru ifoomeera.
Piroojektichi deeggarsa maallaqaa…
Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti hirmaachuuf fedhii…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa kutaa bulchiinsa Jaangizuu Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti hirmaachuuf fedhii qabaaachuu ibsaniiru.…
Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Marahabeteetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera.
Konkolaataan hojjettoota 25…
Paartiin Badhaadhinaa murtoowwan Yaa’ii 2ffaan darban irratti hawaasa Dippiloomaasii waliin mari’ate
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii 2ffaa isaan murtoowwan darbarsee fi kallattiiwwan akeekaman irratti hawaasa dippiloomaasii teessoon isaanii Finfinnee ta’e…
Dargaggoonni humnaa fi beekumsa qabaniin misoomaa fi nageenya biyyaaf hojjechuu qabu jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2017 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni humnaa fi beekumsa qaban fayyadamuun misoomaa fi nageenya biyyaaf akka hojjetaniif xiyyeeffannaa hojjechaa…