Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hiriirri deggersaa Naannoo Oromiyaatti geggeeffame humna waltumsuun raawwachuu kan argisiiseedha-…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) - Hiriirri deggersaa Naannoo Oromiyaa magaalota adda addaatti geggeeffame gammachuurra darbee humna waltumsuun raawwachuu danda’uu kan argisiiseedha jedhan…
Gareen Kubbaa Miillaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Waggaa 10 booda waltajjiiwwan idil-addunyaa irratti…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waggaa 10 booda Itiyoophiyaan Garee Kubbaa Miillaa Biyyaalessaa waltajjiiwwan kubbaa miillaa idil-addunyaarratti…
Mootummaan Ida’amuu daandii haaraa irra imaluu filata- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummaan Ida’amuu daandii haaraarra imaluu filata jedhan.
Kitaabni ‘Mootummaa Ida’amuu’ Ministira Muummee…
Kitaabni Mootummaa Ida’amuu rakkoolee Itiyoophiyaaf furmaata kan eerudha- Obbo Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC)- Kitaabni Mootummaa Ida’amuu rakkoolee Itiyoophiyaa gadi fageenyaan kan xiinxaluu fi furmaata kan eerudha jedhan Ministirri Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa…
Mootummaan Ida’amuu badhaadhinni Itiyoophiyaa hawwii qofa utuu hintaane kan danda’amu ta’uu…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018(FMC) - Mootummaan Ida’amuu badhaadhinni Itiyoophiyaa hawwii qofa utuu hintaane kan danda’amu ta’uu kan argisiiseedha jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa…
Seeronni idil-addunyaa Itiyoophiyaan ulaa galaanaa akka argattu dandeessisan jiru- Pirezidaanti…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud seeronni idil-addunyaa Itiyoophiyaan ulaa galaanaa akka argattu dandeessisan jiru jedhan.
Pirezidaanti…
Hiriirri guddicha guutummaa Oromiyaatti gaggeeffame diinaafis firaafis ergaa murteessaa dabarseera-…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan hiriirri guddicha guutummaa Oromiyaatti gaggeeffame kun diinaafis firaafis ergaa…
Itiyoophiyaan ilmaan isheen kallattii hundaan akka milkooftu Hidhi Haroomsaa agarsistuudha- Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018(FMC)-Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Itiyoophiyaan ilmaan isheen kallattii hundaan akka milkooftu Hidhi Guddichi…
Ergaa obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan eebbifamuu kitaaba Mootummaa Ida'aamuu hordofee Dookktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan.…
Badhaadhinni Itiyoophiyaa hin oolu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Kitaabni Mootummaa Ida'amuu'jedhamu kan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame eebbifameera.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…