Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyaaf amanamuu fi hojjetanii hiyyummaa mo’achuun Gootummaa Itiyoophiyaan dhaloota irraa…
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Gootummaan Itiyoophiyaan dhaloota ammaa irraa barbaaddu amanamummaan biyyaaf hojjechuu fi ciminaan hojjetanii hiyyummaa mo’achuun biyya ceesisuu akka ta’e…
Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa walitti qabe Komishinichaaf dhiyeesse
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa galtee marii biyyaalessaaf ta’u Komishinii Maree Biyyaalessaaf dhiyeesseera.
Komishinarri Olanaa…
Mul’ata Itiyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba-Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Mul’ata Badhaadhina Itiyyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun.…
Misoomni koriidarii filatamummaa Magaalaan Finfinnee Tuurizimii Konfiransiif qabdu guddisuun ibsame
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) - Hojiin misooma koriidarii filatamummaa magaalaan Finfinnee tuurizimii konfiransiif qabdu guddisuun ibsameera.
Lammiileen biyya Naayijeeriyaa, Afirikaa…
Shaggaritti Piroojektoota garaagaraa ijaaramaa jiran 347 keessaa 244 xumuraman
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) – Shaggaritti Piroojektoota buleeyyii, haaraa fi suphaan hojjetamaa jiran 347 keessaa hanga ammaatti Piroojektoonni 244 xumuramuu bulchiinsi magaalichaa ibse.…
Godinichatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuuwwan miiliyoona 100 fi miiliyoona 96…
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuuwwan gosa garaagaraa miiliyoona 100 fi miiliyoona 96 dhaabuuf karoorfamee…
Hariiroo dippilomaasii guddachaa jiru caalmaatti milkeessuuf hayyoonni fi lammiileen tumsuu qabu…
Finfinnee, Ebla 29, 2017(FMC) - Jijjiirama waliigalaa biyyattii keessatti hojiirra oole hordofee bu’aaleen gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan akka biyyaatti galmaa’aa jiru.
Bu’aalee…
Qonna Arfaasaan lafti heektaarri miiliyoonni 1fi kumni 500 sanyiin uwwifame – BQO
Finfinnee, Ebla 29, 2017(FMC)- Oromiyaatti Qonna Arfaasaan lafti heektaarri miiliyoonni 1fi kumni 500 sanyiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse.
Naannichatti qonna arfaasaan lafa…
Konkolaachisaan mirkaneessa madaallii gahumsa ogummaa hin qabne konkolaachiisuu hin danda’u…
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Bara kanaa eegalee Sadarkaa biyyaalessaatti mirkaneessi madaalli gahuumsa ogummaa Konkolaachiistootaa kan eegalamu ta’uu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii…
Oromiyaatti Xaa’oon Uumamaa Meetirkiyuubiin miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 50 ol qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Xaa’oon Uumamaa Meetirkiyuubiin miiliyoonni 200 fi miiliyoona 50 ol qophaa’uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse.
Bara baajatichatti…