Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomishaalee sadarkaa gadi ta’an galchuuf jecha tajaajila mootummaa maallaqaan bituun…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)- Oomishaalee sadarkaa gadi ta’an biyya keessa galchuuf jecha tajaajila mootummaa maallaqaan bituuf yaaluun gonkumaa akka hindanda’amne Ministeerri…
Daandiin Qilleensichaa badhaasa Daandii filatamaa fe’umsaa Afrikaa injifate
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasa Daandii Qilleensaa filatamaa fe’umsaa Afrikaa 2025 injifachuu beeksise.
Dabalataan Daandii Qilleensaa…
Qondaaltonni Olaanoo Mootummaa Pirojektoota Misoomaa Magaalaa Goondar daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)- Qondaaltonno Olaanoo Sadarkaa Federalaa Pirojektoota Misoomaa Magaalaa Goondar itti ijaaramaa jiranii fi hojiilee investimentii daawwataniiru.…
Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa boruu eegalee taa’ama
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa boruu eegalee magaalota 25 keessatti kan taa’amu ta’uu ibsame.
Konfiraansichi Miseensota Koree Hojii…
Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf Caalmaatti ni hojjetama –WMM
Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) - Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf caalmaatti kan hojjetamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse.
Komii fi gaaffii ummataaf deebii kennuuf hojiilee…
Hojiin Itiyoophiyaan naannawichatti nageenya waareessuuf hojjechaa jirtu kan dinqisiifamu ta’uu…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Hojiin Itiyoophiyaan naannawichatti nageenya waareessuuf hojjechaa jirtu kan dinqisiifamu ta’uu Itti Aanaa Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii…
Oomishni qonnaa kuntaalli miliyoona 601 walitti qabameera-Ministeericha
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)-Hanga ammaatti oomishni qonnaa kuntaalli miliyoona 601 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichi raawwii baatiiwwan ja’an darbanii…
Daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa erga eebbifamee daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Adwaa daawwachuu isaanii ibsame.…
Qondaaltoota olaanoo duraanii WBO’f Muudamni kenname
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Qondaaltoota Waraana Bilisumma Oromoo waliigaltee araaraa fudhachuun galaniif mootummaan naannoo Oromiyaa muudama kenneera.
Nageenya waaraa…
Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera.
Balaa kanaan miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…