Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli daayreektara Komiishini tuuriizimii Oromiyaan obbo Kibrasan Nagaashiin durfamuu oomisha buna…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Jilli daayreektara Komiishini tuuriizimii Oromiyaan obbo Kibrasan Nagaashiin durfamuu oomisha buna godina Iluu Abbaa Booraa fi qabeenyaa uumamaa…
Weellisaan Ahimad Huseen xumura dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 5ffaa injifate
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Weellisaan Ahimad Huseen xumura dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 5ffaa injifateera.
Dorgommiin dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot torbee…
Naannowwan ollaa Oromiyaa fi Somaaleetti nageenyaa cimsuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Naannowwan ollaa Oromiyaa fi Somaaleetti nageenyaa cimsuuf mariin gaggeeffameera.
Maricharratti itti aanaa preezdaantii naannoo Somaalee obbo…
Hawaasni daldalaa seeraa kabajee haala tasgabba’aan akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa xiyyeeffanoon…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Hawaasni daldalaa seeraa kabajee haala tasgabba’aan akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa xiyyeeffanoon akka hojjetu itti aantuun kantiibaa magaalaa…
Komiishinin Poolisii Federaalaa ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Komiishinin Poolisii Federaalaa ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka kabajamuuf qophii xumuru ibseera.
Ityoophiyaatti bifa…
Waltajjiin marii dargaggoota sababa’oo Adaamaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii dargaggoota sababa'oo magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.
Mariin dhimma ijoo isaa dargaggoota sababaa'oo taasifate kun qindeessummaa…
Waltajjiin dargaggota sababa’oo magaaloota Finfinnee fi Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Waltajjiin dargaggota sababa’oo magaaloota Finfinnee fi Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaan dargaggoon hayyuu magaalichaa sababa’oo…
Waldaan dargaggoota Oromiyaa yaa’ii idilee isaa marsaa 5ffaa gaggeessa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Waldaan dargaggoota Oromiyaa yaa'ii idilee isaa marsaa 5ffaa gaggeessa jira.
Yaa’iichi Adaamaa galma abbaa gadaatti gaggeeffama kan jiru.…
Jiraattoonni aanaa Daarimuu ABO Shanee balaaleffatan
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Iluu Abbaa Boor aanaa Daarimuu ABO Shanee hiriira ba’uun balaaleffataniiru.
Aanaan Daarimuu Aanaalee Godina Iluu…
Yuunvarsiitiin Walqixxee barattootta kuma 2 fi 472 eebbisise
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Yuunvarsiitiin Walqixxee muummeewwan garaagaraatin barattootaa barsiisaa ture kuma 2 fi 472 eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti itti aanaan…