Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartileen siyaasaa duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’ makaman
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Paartiileen siyaasaa duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhutti makamaniiru.
Paartileen siyaasaa 4 duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa…
MMBU miseensota mana marichaa marsaa 6ffaaf leenjii laataa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hojmaata mana hojichaarratti miseensota mana marichaa marsaa 6ffaaf leenjii laataa jiraachuu ibsameera.…
Dargaggoonni leenjii bu’uuraa fudhatan eebbifamaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii magaalaa Finfinnee eeguuf dargaggoonni leenjii bu’uuraa fudhatan kumni 27 fi 540 Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti…
Yaa’ii DhMG 76ffaa cinaatti qaamolee haala Ityoophiyaarratti hubannoo waldhahaa qabaniif…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) - Yaa'ii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 76ffaa Niwuu Yoorkitti gaggeeffamaa jiru cinaatti qaamolee haala Ityoophiyaarratti hubannoo waldhahaa qaban…
IGAD Proojektii kutaalee hawaasaa naannoo Daangaa Ityoo -Keeniyaa jiraatan fayyadamoo taasiisu…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa IGAD Proojektii kutaalee hawaasaa naannoo Daangaa Ityoo -Keeniyaa jiraatan fayyadamoo taasiisu 'Mooyaalee -…
Lammiilee iddoolee garaagaaraarraa buqqa’aniif deeggarsi itti fufiinsa qabu ni barbaachisa…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara Olaanaa…
Waltajjiin waloo Komaand Poostii naannolee Bahaa magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) - Waltajjiin waloo Komaand Poostii naannolee ollaa Bahaa guyyaa har'aa magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Komaandi Poostiin waloo kun gabaasa raawwii…
Dargaggoonni Damee Fayyaan teeknooloojiiwwan haaraa uumuu qabu jedhame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Fooramiin fayyaa dargaggootaa fi oldeemtotaa 2ffaan mata duree “ kalaqa waliinga’iinsa tajaajila fayyaa fooyya’aa dargaggootaa fi ol…
Hoggantoonni ‘UNICEF’ magaalaa Daseetti hoggantoota godina walloo kaabaa fi kibbaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Hoggantoonni ‘UNICEF’ magaalaa Dasseetti hoggantoota godina walloo kaabaa fi kibbaa waliin haala namoota sababa haleellaa garee shororkeessaa garee…
Ajejni Lixaa miseensota Raayyaa Ittisaa 107 guddina sadarkaa laate
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Ajejni Lixaa miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessan 107f guddina sadarkaa laateera.
Guddinni sadarkaa kun Itti…