Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Noorwey waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorwey Maarii…
Nageenyaa fi tasgabbii naannichaa kabachiisuuf oppireeshiniin itti fufiinsa qabu gaggeeffamaa…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii naannichaa kabachiisuuf oppireeshiniin itti fufiinsa qabu gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Naannoo Oromiya…
Ambaasaaddar Alamtsaay Ministira Ministeera Bishaanii fi Naannoo Yuugandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)-Yuugaandaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamtsaay Masarat Ministira Ministeera Bishaanii fi Naannoo Yuugandaa Saam Chiiptooriis waliin mari’ataniiru…
Godina Harargee Lixaatti barattoota harka qalleeyyiif deeggarsi meeshaalee barnootaa taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti tajaajila tola ooltummaan barattoota harka qalleeyyiif deeggarsi meeshaalee barnootaa Birrii kuma dhibba 7 fi kuma 91 baasu…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishinii Gumurukaa sochii ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhuuf…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishinii Gumurukaa sochii ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.…
Ityoo Teeleekoom barattoota harka qalleeyyii kuma 4 fi 288 dabtara arjoome
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom barattoota harka qalleeyyii damee giddugala kaabaa jala jiran kuma 4 fi 288f dabtara arjoomeera.
Ityoo Teeleekoom misooma…
Jilli Dooktar Injinaar Geetaahuun Makuriiyaatin durfamu mana Barumsaa sadarkaa 1ffaa Bashaashaa…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Barnoota Dooktar Injinaar Geetaahuun Makuriiyaatiin durfamu godina Jimmaa aanaa Gommaatti mana Barumsaa sadarkaa 1ffaa…
Imaammata diinagdee Addaa Zoonii Afrikaarratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Imaammata diinagdee Addaa Zoonii Afrikaarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Woorkishooppiin Imaammata diinagdee Addaa Zoonii…
Yuunvarsiitiin Jimmaa mana kitaabaa biyyoolessaaf kitaaboota gosa adda addaa kuma 3 arjoome
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa mana kitaabaa biyyoolessaaf kitaaboota gosa adda addaa kuma 3 arjoomeera.
Yuunvarsiitiichi kaka’umsa Muummee Ministiraa Abiy…
Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksiise.…