Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera.
Balaa kanaan miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…
Oomishaa fi oomishtummaa Qamadii dabaluuf deeggarsi Teeknooloojii qonnaa taasiifamaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Oomishaa fi omishtummaa Qamadii dabaluuf qonnaan bultoonni teeknooloojjiitti akka fayyadaman deeggarsa kennaa jiraachuu Giddu Galli Qorannoo Qonnaa…
Qorannoo sirrummaa sanadoota 358 gaggeeffameen %73 kan sobaati-Poolisii
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Qorannoo sirrummaa sanadoota 358 mirkaneessuu gaggeeffameen %73 sanadoota sobaa ta'uu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Baatiiwwan ja’an darban…
Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf mootummaan tarsiimoo bocee hojjetaa jira-…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa hundagaleessa mirkaneessuuf mootummaan tarsiimoowwan adda addaa bocee hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma…
Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin seeraa akka fudhatamuu Poolisiin Magaalattii…
Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee investimentii irratti tumsa qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Komiishinarri Komiishinii Investimentii Itiyoophiyaa Doktar Zallaqaa Tamasgeen jila Ministira Diinagdee Ruushiyaa Maaksiim Raashitiinkoov’n durfamu…
Oromiyaatti Murtoofi kallattii Paartiin Badhaadhinaa dabarserratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Godinaaleefi Magaalota Oromiyaa garagaraa keessatti murtoo fi kallattii Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartiin Badhaadhinaa dabarserratti mari'atamaa jira.…
Komishinichi waggaa tokko keessatti hojiiwwan hafan xumuruu kan hojjetu ta’uu beeksise
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)-Komishiniin Marii Biyyaalessaa waggaa tokko keessatti hojiiwwan hafan xumuruun ajandaalee walitti qabaman akka ifoomsuuf kan hojjetu ta'uu Komishinarri…
Gurmaa’insi Caasaa Gandaa Haaraan rakkoo Kenna Tajaajilaa duraan ture nuuf fureera –…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Gurmaa'insa Haaraa Caasaa Gandaarraa Tajaajila si'ataa fi qulqullina qabu argachaa jiraachuu Jiraattonni Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wancii…
Fiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Fiilmiin Afaan Oromoo “Abbaa Malkaa” jedhamu Dilbata dhufu Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti eebbifama jedhame.
Barreessaafi Qopheessaan Fiilmichaa…