Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin ga’ee dargaggoonni biyyaa ijaaruu keessatti qaban irratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Mariin ga’ee dargaggoonni biyyaa ijaaruu keessatti qaban irratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Marii kun Liigii Dargaggoota…
“Badhaasichi Raayyaan Ittisa Biyyaa gumaacha nageenya buusuu naannichatti taasiseef beekkamti kan…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Iitaamaajoorii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaa mootummaa fi ummata jibuutii irraa kan laatamefi Niishaanii Olaanaa sadarkaa…
Ityoophiyaatti namoota dabalataa 524 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 79 dandamatan
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti namoota dabalataa 524 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 79 dandamataniiru.
Ministeerri Fayyaa akka beeksisetti qorannaa…
Koreewwan dhaabbii Caffee godinaalee Oromiyaa saddeet , aanaalee fi magaalota 24 keessatti argamu…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Koreewwan dhaabbii Caffee godinaalee Oromiyaa saddeet , aanaalee fi magaalota 24 keessatti argamuun Amajjii 03,2013 irraa eegalee daawwannaa hojii dirree…
Sudaan itti gaafatamni dabalataa ogeeyyiif laatamu qophaaú malee mariin hin gaggeeffamu ejjennoo…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Sudaan itti gaafatamni dabalataa ogeeyyiif laatamu qophaaú malee mariin hin gaggeeffamu ejjennoo jedhu qabachuun ishee ibsame.
Ministiroonni dhimma…
Obbo Aabbaay Walduu fi Dooktar Abrahaam toánnoo jala yoo oolan, raayyaa ittisaarratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Obbo Aabbaay Walduu fi Dooktar Abrahaam toánnoo jala yoo oolan, raayyaa ittisaarratti tarkaanfiin akka fudhatamu kan godhan irratti tarkaanfiin…
Rakkoo nageenyaa godina Matakkalitti muudatee furuuf ilaalacharratti hojiin baldhaan hojjetamuu akka…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Rakkoo nageenyaa godina Matakkalitti muudatee furuuf ilaalacharratti hojiin baldhaan hojjetamu akka qabu jiraattoonni naannicha yaadachisaan.
Koreen…
Waltajjiin marii waggaa 4ffaa ‘UNESCO’tti galmaa’uu Sirni Gadaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii waggaa 4ffaa 'UNESCO'tti galmaa'uu Sirni Gadaa xumurameera.
Waltajjiin marii waggaa 4ffaa 'UNESCO'tti galmaa'uu sirnichaa…
Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Gursuumitti hojii misooma sululaa eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabalee durfamu godina Harargee Bahaa aanaa Gursum Araddaa Odaa Oromiyaatti hojii…
Manni Maree naannoo Gambeellaa yaa’ii ariifachiisa 5ffaa gaggeessa jira
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Manni Maree naannoo Gambeellaa yaa’ii ariifachiisa 5ffaa gaggeessa jira.
Af-yaa’iin Mana Maree Naannoo Gambeellaa obbo Juul Naangaal haasaawa…