Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebee fi miseensoonni kaabinee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi miseensoonni kaabinee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf…
Yuunvarsiitiin Arsii barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 755 eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Yuunvarsiitiin Arsii barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 755 eebbisiiseera.
Guyyaa har'a yuunvarsiitiin Arsiii koolleejjii…
Obbo Dammaqa Mokkonniin miseensa kongirasii Ameerikaa Kaariin Baas waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014( FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin miseensa kongirasii Ameerikaa Kaariin Baasii fi…
Hojii Ityoophiyaan birmaddummaa fi tokkummaa biyyaa kabachiisuuf hojjettu Ameerikaan kan deeggartu…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014( FBC)- Hojii Ityoophiyaan birmaddummaa fi tokkummaa biyyaa kabachiisuuf hojjettu Ameerikaan kan deeggartu ta’uu miseensonni koongirensii Ameerikaa ibsaniiru.…
Riijinii Lixaatti tajaajilli 4G eegale
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014( FBC)-Riijinii Lixaatti sagantaan tajaajila neetwoorkii saffisaa 4G Magaalaa Naqamteetti eegaleera.
Saganticharratti hoji raawwachiiftuun Ityoo Teeleekoom aadde…
Yuunvarsiitiin Baahir Daar barattoota muummee garaagaraatin barsiisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014( FBC)- Yuunvarsiitiin Baahir Daar barattoota Muummee garaagaraatin barsiisaa ture eebbisiisaa jiraachuu ibsameera.
Yuunvarsiitichi barattoota muummee…
Yuunvarsitiin Amboo barattoota kuma 4 fi 497 eebbisiisa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)-Yuunvarsiitiin Amboo barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture kuma 4 fi 497 eebbisisaa jira.
Yuunvarsitichi Barattoota digirii jalqaba, 2ffaa fi…
Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota digrii jalqabaa fi lammaffaan barsiisaa ture 719 eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)-Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota digrii jalqabaa fi lammaffaan barsiisaa ture 719 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota kanneen keessaa 252 dookteroota Fayyaa…
Yuunvarsiitiin Hawaasaa barattoota kuma 6 fi 793 barsiisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Yuunvarsiitiin Hawaasaa barattoota gosa barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiisaatin jiraachuun ibsameera.
Yuunvarsiitichi guyyaa har’aa…
Guyyaan Qulqullinaa Addunyaa magaalaa Finfinnee manneen barnootaa hunda keessatti gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014( FBC)- Guyyaan Qulqullinaa Addunyaa magaalaa Finfinnee manneen barnootaa hunda keessatti gaggeeffameera.
Guyyaan kun mata duree “mana barnootaa qulqulluu…