Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Ferderaalaa Itiyoophiyaa hoggansa hojiitii filatamaatiin badhafame
Poolisiin FerderaalFinfinnee, oWaxabajjii 17, 2017 (FMC) - Poolisiin Ferderaalaa Itiyoophiyaa guyyaa Siivil Sarvisii Afirikaa irratti badhaasa dhaabbata hoggansa hojii filatamaatiin…
Bara baajata kana daandiin kiiloo meetirri kumni 6 fi 400 suphame – Biiricha
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Bara baajata kana Naannoo Oromiyaatti daandiin kiiloo meetirri kumni 6 fi 400 suphame jedhe Biiroon Daandiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa.
Daandiin…
Balaa tiraafikaa Walaayittaa Sooddootti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Balaa tiraafikaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe.
Ajajaa Olaanaan Poolisii magaalichaa Itti aanaan Komaandaraa…
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob sirna hammataa lammiileen hundi qixa itti keessummeeffamanidha
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob sirna hammataa lammiileen hundi qixa itti keessummeeffamanidha jedhan Hoggantuun Waajjira Ministira Muummeefi…
Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa deebii akka argatu tattaaffii cimaatu barbaachisa –…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa deebii akka argatu tattaaffii cimaatu barbaachisa jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evigeenii…
Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa adda addaan barasiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 710 har’a eebbisiise.
Barattoonni eebbifaman…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 eebbisiise
Finfinnee, waxabajjii 17, 2017(FMC) - Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 har’a eebbisiise.
Barattoonni eebbifaman kunneen sagantaa…
Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira – Haannaa Ar’aayasillaasee
Finfinnee, Waxabajii 17, 2017(FMC) – Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira jedhan Ministirri Haqaa Haannaa Ar’aayasillaaseen.
Mala rakkoo hiikuu aadaa sirna haqaa Itiyoophoyaa…
Qa’een Beenunaa biyya jijjiiruuf bakka barnoonni irraa fudhatamuudha – Ogeeyyii Miidiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin Miidiyaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfarraa walitti babba’an Qa’ee Beenunaa daawwataniiru.
Teessuma lafaa rakkisaa ture haala kanaan gara…
Humni Elektiriikaa addaan citee ture deebi’e
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikaa addaan citee ture guutuumaan guutuutti deebi’eera jedhe Tajaajilli Elektirikaa…