Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira – Haannaa Ar’aayasillaasee
Finfinnee, Waxabajii 17, 2017(FMC) – Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira jedhan Ministirri Haqaa Haannaa Ar’aayasillaaseen.
Mala rakkoo hiikuu aadaa sirna haqaa Itiyoophoyaa…
Qa’een Beenunaa biyya jijjiiruuf bakka barnoonni irraa fudhatamuudha – Ogeeyyii Miidiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin Miidiyaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfarraa walitti babba’an Qa’ee Beenunaa daawwataniiru.
Teessuma lafaa rakkisaa ture haala kanaan gara…
Humni Elektiriikaa addaan citee ture deebi’e
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikaa addaan citee ture guutuumaan guutuutti deebi’eera jedhe Tajaajilli Elektirikaa…
Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cite
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cituu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa hubachiise.
Tajaajilichatti…
Pireezidaanti Taayyeen Dhaabbileen Ameerikaa damee qonnaa Itiyoophiyaarratti akka hirmaataniif…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Dhaabbileen Ameerikaa hojiilee misooma qonnaa Itiyoophiyaarratti akka hirmaataniif Pireezidaantiin FDRI Taayyee Asiqasillaaseen waamicha dhiyeessan.…
Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalittitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbeera.
Balichaan daa’ima umurii waggaa sadii…
Wixineen labsii bobbii hojii biyya alaa mirga, nageenyaafi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuu…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa wixineen labsii bobbii hojii biyya alaa mirga, nageenyaafi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuu dandeessisa jedhe.…
Damee tuurizimii keessatti sirni odeeffannoo tekinooloojiin deggerame babal’achuu qaba –…
Finfinnee, Waxabajii 16, 2017 (FMC) – Bu’aa dinagdee damee tuurizimii irraa argamu guddisuuf sirna odeeffamnoo tekinooloojiin deggerame babal’isuun barbaachisaa dha jedhan Ministirri…
Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee ummataa fi dhuunfarraa walitti babba’an waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee ummataa fi dhuunfarraa walitti babba’an waliin mari’atan.
Dhimmoota addaa fi…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Daldalaa Afrikaa- Ameerikaa irratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Daldalaa Afrikaa- Ameerikaa irratti hirmaachaa jiru.
Yaa’ichi bakka hoggantoonni biyyoota…