Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen qulqullina Oomishaa fi tajaajilaa mirkaneessuun guddina biyyaa keessatti qooda isaanii…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) –Dhaabbileen qulqullina oomishaalee fi tajaajilaa isaanii mikrkaneessuun guddina Biyyaf gahee isaanii bahuu akka qaban Dhaabbanni Badhaasa Qulqullinaa…
Guraandhalli 12, guyyaan wareegamtootaa kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Guraandhalli 12, guyyaan yaadannoo wareegamtootaa waggaa 88ffaan magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Abrahaam Doboocii fi Mogos Asgidoom Ajajaa…
Dooktar Abiy Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afyaa’ii Mana Maree Federaalaa Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maatveeyeenkoo fi jila isaanii walin…
Hanga ammaatti Xaa’oo kuntaalli miliyoona 5.5 naannoleetti geejjibsiifameera-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Hanga ammaatti Xaa’oon kuntaalli miliyoona 5.5 naannoleetti geejjibsiifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Dooktar…
Misoomni kooridarii sochiin tiraafikaa nagaanyi isaa mirkanaa’e akka uumamu taasiseera-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaan hojiileen misooma kooriidarii hojjechaa jirtuun sochiin tiraafikaa nageenyi isaa mirkanaa’e akka uumamu taasiseera jedhan Ministirri…
Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Afyaa'iin Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa Vaalaantiinaa Maayiviyeenkoon Finfinnee galaniiru.
Jilli Vaalaantiinaa Maayiviyeenkoon durfamu wayita…
Dhaabbileen Veetinaam Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Dhaabbileen Veetinaam Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka hirmaatan Ministeerri Dhimma Alaa waamicha dhiyeesse.
Mariin siyaasaa waloo…
Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaa deeggaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaroomfamaa deeggaruuf Ejensii Inshuraansii Daldalaa Afrikaa waliin waliigaltee mallatteessite.…
Manneen jireenyaa 192 jiraattotaaf dabarfaman
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Qe’ee jireenyaa gaarummaan manneen 192 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ijaarsise harka qalleeyyii fi kaafamtota misoomaaf dabarfamaniiru.
Kantiibaan…
Amb. Misgaanuu Argaan Hooggantuu Giddugala Misooma Imaammataa Godaantota Idil Addunyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- MInistiri Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Hooggantuu Giddugala Misooma Imaammataa Godaantota Idil Addunyaa Moniikaa…