Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan jila Azerbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Dura Taa’aa Dhaabbata Paabilik Sarvisiifi Kalaqa Hawaasummaa Oolivii Meediiyeev fi Ambaasaaddara…
Rizoortiin Keellaa Halaalaa bakka hawwata tuurizimii ogummaa ijaarsaa ammayyaa gonfatee dha
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017 ( FMC) - Miseensonni paartilee morkattootaa Rizoortiin Keellaa Halaalaa bakka ga’umsa tuuriztootaa ogummaawwan ijaarsaa ammayyaa’oon itti walga’anii dha…
Godina Qeellam Wallaggaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaaf biqiltuun miiliyoonni 300 ol qaphaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Godina Qeellam Wallaggaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 300 ol qaphaa’eera jedhe Waajjirri Qonnaa…
Deeggarsi hojiilee misooma waaraa Itiyoophiyaaf godhamu cimee itti fufa- Mootummoota Gamtoomanii
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Mootummoonni Gamtoomanii deeggarsi hojiilee misooma waaraa Itiyoophiyaaf godhamu cimee itti fufa jedhe.
Mootummoonni Gamtoomanii Itiyoophiyaatti…
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsa damee nageenyaan cimsanii itti fufu -Fiildi Maarshaal Birhaanuu…
Finfinne,Waxabajjii 13 2017 (FMC)_ Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsa damee nageenyaan qaban cimsanii itti fufu jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu…
Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maariin Koorpis Ameerikaafi Ajajaa AFRICOM Jeneraal Maaykal Laangileey…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraal Maariin Koorpis Ameerikaafi Ajajaa AFRICOM Jeneraal Maaykal Laangileey waliin mari’atan.…
Yaaliin fedhii aangoo humnaan raawwachiifachuuf geggeeffamu gatii hin malle nukaffalchiisaa jira –…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017 (FMC) – Yaaliin fedhii aangoo humnaan raawwachiifachuuf geggeeffamuu biyyattii gatii hin malle kaffalchiisaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Jijjiiramoonni qabatamaan Itiyoophiyaa keessatti galmaa’aa jiru- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017(FMC) - Itiyoophiyaa keessatti jijjiiramoonni damhedduun Mootummaa jijjiiramaan galmaa'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy…
Fooyya’iinsi Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa geggeesse tajaajila fooyya’aa kennuuf isa…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017 (FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa tajaajila fooyya’aa kennuuf rifoormiiwwan adda addaa gegeessaan jira jedhe.
Tajaajilichi miidiyaalee waliinis…